Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Sirna muudamaafi hundeeffama mootummaa haaraa Addabaabaayii Masqalaatti

Manni maree bakka bu'oota ummataa har'a Fulbaana 4, 2021 Itoophiyaa haaraan walgahiisaa jalqabaatiin Ministira Mummee waggoota ittaanan shananiif biyya bulchu muuduun bara hojiisaa eegala.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Dhalattoonni Itoophiyaa sagal US'tti yakka 'balaafamaa' raawwatan jedhamuun adda baafaman

  2. Ilhaan Omar dubartiin Tiraamp 'obboleessasheetti heerumte' jechuun qeequ eenyu?

  3. Finfinneen magaalota Afrikaa 10 akkaan qaalii ta'an keessaa akkamiin jalqabarratti eeramuu dandeesse?

  4. Tiktookaroota 'safuu cabsan' himata akkamiitu eeggata? Adabbiinoo?

  5. Pirezidant Isaayaas Sa'udiin dhimma Laga Abbayaarratti ga'ee akka qabaattu gaafatan

  6. Namni birriin mil. 8.4 dogongoraan seeneef abbaaf deebisan maal jedhu?

  7. US taankarii boba'aa qarqara galaanaa Veeniziweelaa jiru to'atte

  8. 'Hacuuccaa waggoota shanii' falmitoota mirga namoomaa Itoophiyaarra gahe qorannoon ifa baase

  9. Wanti Pir. Isaayaas ji'a lama keessatti biyyoota sadiitti isaan imalchiise maali?

  10. Waa'ee viidiyoo yeroo 'hidhattoonni Faannoo' harka namaa muran agarsiisuu dhugaan jiru maali?

  11. Filannoo 7ffaa: Guyyoota ijoo, yaaddoo paartilee, dhimma TPLF fi deebii Boordii

  12. Poolisiin federaalaa tiktookaroota Itoophiyaa 'safuu cabsan' to'ate

  13. Tarsiimoon haaraa US waa'ee muddama Itoophiyaa fi Ertiraa gidduu jiruu maal jedha?

  14. Diinota Itoophiyaa akka injiraan mataa tokko tokkoon harcaafna - MM Abiy

  15. Namni jalqaba dhibee Marbargiin qabameefi gaggeessitoota sadii kan dhabde Waldaan Qaalahiwoot Jiinkaa maal jetti?

  16. Somaaliyaan nageenya biyyaalessaa Masrii, Arabaa fi Afrikaaf murteessituudha - Masrii

  17. 'Barannaan akka Hamdeessaa Tusoo' kan jedhamu hayyuun guddaa Oromoo tibbana boqote eenyu?

  18. Abbootiin Alangaa Oromiyaa 'WBO'n butamanii ture akkamiin gadhiifaman?

  19. Kaleessa Maqaleetti maaltu mudate?

  20. Mootummaan Ertiraa namoota 13 murtee malee waggoota 18f hidhaa tursiise gadhiise