Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Sirna muudamaafi hundeeffama mootummaa haaraa Addabaabaayii Masqalaatti

Manni maree bakka bu'oota ummataa har'a Fulbaana 4, 2021 Itoophiyaa haaraan walgahiisaa jalqabaatiin Ministira Mummee waggoota ittaanan shananiif biyya bulchu muuduun bara hojiisaa eegala.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Sirna cufinsaa Marii Biyyaalessaarratti aanga'oonni maal jedhan?

  2. Mariin daldalaa US fi Kaanadaa fashale, Torontoon gibira walqixaaf dhaadatte

  3. Guyyoota dhumaa lamaan Marii Biyyaalessaarratti wanti mudate maali?

  4. 'Maafiyaa 120' eenyutu hooggana?

  5. Ajjeechaa Giddaa Ayyaanaatti

  6. Balaliisaa Mootii Haayilasillaasee

  7. Waa'ee Hayilee Fidaa kana beektuu?

  8. Waamicha ABIN Finfinneerratti

  9. Dirree Dhawaa irratti maaltu waliigalame?

  10. Dhimmi 'Garee Maafiyaa 120 ummata hiraarsu' eessa gahe?

  11. Finfinneen magaalaa guddoo Oromiyaa jedhamtee beekamtii Heera Mootummaa akka argattu yaadni murtoo dhiyaate

  12. Itoophiyaa fi Ameerikaan humna ittisaafi nageenyaarratti wal tumsuuf waliigalan

  13. Waa'ee haleellaa Giddaa Ayyaanaatti hidhattoota 'Faannoon' gaggeeffamee maal beekna?

  14. Waa'ee haleellaa diroonii Maqaleetti raawwatame jedhamee maal beekna?

  15. Bulchiinsi Tiraamp dawoo lammiilee Itoophiyaa 5000f kenname akka kaasu manni-murtii hayyameef

  16. Prof. Hisqeel Gabbisaa dhuguma Oromoon waa'ee gaaffii abbummaa Finfinnee kaasuu hin qabu jedhanii?

  17. Marii biyyaalessaa irratti waa'ee Dirree Dhawaa waliigalteen irra ga'ame maali?

  18. Fudhatamummaan Traamp 33%tti gadi bu'e

  19. Komishiniin Marii Biyyaalessaa komii ABIN'f deebii kenne

  20. Ajajaan duraanii ergama addaa Somaaliyaa-AMISOM hoogganaa poolisii naannoo Amaaraa ta'an