Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Sirna muudamaafi hundeeffama mootummaa haaraa Addabaabaayii Masqalaatti

Manni maree bakka bu'oota ummataa har'a Fulbaana 4, 2021 Itoophiyaa haaraan walgahiisaa jalqabaatiin Ministira Mummee waggoota ittaanan shananiif biyya bulchu muuduun bara hojiisaa eegala.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Masriin hammi bishaanii hidha Abbayyaarraa gadhiifamu 'wal caaluu' himatte

  2. Dargaggeessa Itoophiyaa jireenya karaa gubbaa irra ka'ee UN'tti bakka bu'aa biyyoota hedduu ta'e

  3. Ijoollee dahuun umurii gabaabsuu danda'aa? Seenaan maal hima?

  4. Magaalaa Itoophiyaa haftee Pilaastikaa to'achuun badhaasa idil-addunyaa argatte

  5. Tigraay: Qorannoon yakkaa idil-addunyaa addaan cite akka eegaluuf waamichi dhiyaate

  6. Godina Guraagetti waa'ee taatee maatii tokko keessaa namoota torba galaafatee poolisiin maal jedhe?

  7. 'Oromiyaatti dargaggoonni hedduu dirqiin leenjii loltummaatti geeffamaa jiru'- maatiifi jiraattota

  8. Komiin manneen maree dhimmoota Islaamumma barnoota Gi'iiziif dambii uffannaa irratti qaban maali?

  9. Wal dhabdeen gaggeessitoota ABO furamee tokkummaan filannootti hirmaatuu?

  10. Poolisiin daa'ima gatamee argame harma hoosisuun lubbuu baraaran badhaafaman

  11. "Osoo na ajjeesanii wayya ture": Lola Itoophiyaatti dagatamee jireenya dubartootaa balleessaa jiru

  12. ABO fi KFO'n pireezidantii Naannoo Oromiyaa wajjin maal marii'achuu barbaadu?

  13. Pirezidaantiin Tanzaaniyaa intalasheefi soddaashee ministiirota gochuun muudde

  14. "Haakaroonni' sirna viizaa elektirooniksii Somaaliyaa butuu US fi UK akeekkachiisan

  15. Himannaa Itoophiyaan tokkummaa daangaa Eertiraan 'cabsite' fi ejjennoo Asab irratti ibsiteef Eertiraan deebii kennite

  16. 'Ulaa galaanaa yoo argachuu baanne waraanni jira' jechuu pirezidantii Yugaandaafi yaaddoo Keeniyaa

  17. Jinkaatti dhukkubni hakiima dabalatee namoota galaafate vaayirasii Maarburg ta'uun barame, talaallii ykn qoricha qabaa?

  18. 'Tokummaa daangaa cabsuu' Ertiraa ilaalchisee 'ejjennoon of qusachuu' mootummaa 'yeroo hunda akkasiin itti hin fufu' - Dr Geediyoon

  19. Hakiimni hidhattootaan ukkaamfame akka gadhiifamuuf kaffalamus ajjeefamee argame