Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Sirna muudamaafi hundeeffama mootummaa haaraa Addabaabaayii Masqalaatti
Manni maree bakka bu'oota ummataa har'a Fulbaana 4, 2021 Itoophiyaa haaraan walgahiisaa jalqabaatiin Ministira Mummee waggoota ittaanan shananiif biyya bulchu muuduun bara hojiisaa eegala.
Haguuggii Tamsaasa Kallattii
Anga'oonni bittaa xaa'oon kasaaraa birrii bil. 5.6 geessisuun shakkamanii himataman
Hidhattoonni Abbootii Alangaa Oromiyaa afur butanii, tokko akkamiin ajjeesan?
Debretsihon dhuguma walga'ii TPLF dhiitee baheeraa?
Dargaggoon tokko tiraanisfoormarii elektiriikiirra bahee bu'uu didnaan ibsaan sa'aatiif adda cite
'Dhakaarra taa'uun nudhukkubse jedhanii ijoolleen mana barumsaa hafaa jiru'
Yugaandaan kana booda baqattoota Itoophiyaafi Ertiraa hin fudhu jette, sababni maali?
Ajajaan waraanaa US MM Abiy fi F/Maarshal Biraanuu waliin maal mariyatan?
Aadaan dhibaayyuu loon dhale dhadhaa dibanii aannan dirratti naqan maali?
Aarri volkaanoo Affaaritti dhohe akkamiin Hindiitti balalii xiyyaaraa jeeqe?
'Hawwiin ulaa galaanaa Itoophiyaa aggaammii walabummaakoorratti dhufedha' - Ertiraa
Humni nageenya Keeniyaa daangaa Itoophiyaa seenuun akkamiin ajjeechaa raawwate?
Obbo Taayyee Danda'aa irratti himatawwan haaraa sadii banaman
Dhohiinsi volkaanoo Affaaritti kaleessa mudate hangam yaaddessaadha?
Shaakala waraanaa tokkorraa biraatti darbuu Masrii duuba maaltu jira?
Hidhattoonni 'Shanee' Benishaangulitti namoota 40 ol ajjeesuu jiraattonni himan
'Akkaataa hojiirra oolmaasaa malee hawaasa keenya tajaajiluu hin mormine' -Barattoota Yunivarsiitii
Masriin hammi bishaanii hidha Abbayyaarraa gadhiifamu 'wal caaluu' himatte
Dargaggeessa Itoophiyaa jireenya karaa gubbaa irra ka'ee UN'tti bakka bu'aa biyyoota hedduu ta'e
Ijoollee dahuun umurii gabaabsuu danda'aa? Seenaan maal hima?