Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Sirna muudamaafi hundeeffama mootummaa haaraa Addabaabaayii Masqalaatti
Manni maree bakka bu'oota ummataa har'a Fulbaana 4, 2021 Itoophiyaa haaraan walgahiisaa jalqabaatiin Ministira Mummee waggoota ittaanan shananiif biyya bulchu muuduun bara hojiisaa eegala.
Haguuggii Tamsaasa Kallattii
Yaaddoon hongee Keeniyaatti akka 'balaa biyaalessaatti' labsamuuf gaafatame, Itoophiyaatti hoo?
Tarkaanfiin Tiraamp godaantotarratti fudhachaa jiru Itoophiyaanota miidhaa? Maal gochuu qabu?
Biiroon galiiwwanii Finfinnee maaliif ogeeyyiinsaa kaameeraa akka godhatan taasise?
Mootummaafi Faannoo Amaaraa gidduu 'waliigalteen taasifame'
MM Abiy Ahimadiifi ministirri dhimma alaa US Maarkoo Ruubiyoo maal mariyatan?
Namni tokko safuu cabsuun himatamnaan hojjettoonni Itoophiyaa hedduu Keeniyaa keessaa akka ari'aman godhe
Booranatti poolisiin lammii biyya alaa imalarra ture dhaabsisuun Birrii gaafate to'atame
'Sochii Masiriin Gaanfa Afrikaa keessatti gochaa jirtu na hin jilbeenfachiisu' - Itoophiyaa
Mootummaan Federaalaa baajata Tigraayiif erguu dhaabuu naannichi komate, sababni himame jiraa?
Lakkoofsi lammiilee alaa viizaafi paaspoortii sobaan Itoophiyaa seenuufi bahuuf yaalanii maalif dabale?
KFO'n akka 'hin haqamneef' qofa magaalaa Finfinneetti akka dorgomu ibse
Obbo Taayyee Danda'aa himatawwan haaraa dhiyeenya irratti banaman sadeen morman
Itoophiyaa waliin Hidha Haaromsaa irratti waliigaluuf waggaa 13 yaallee dadhabne - Masirii
Gabaan jimaa Itoophiyaa akkamiin Somaaliyaatti guddate?
Pirezidant Isaayyaas fi hogganaan Sudaan Al-Buraan maal mariyatan?
Areeroo Boosaroo: Raagni Booranaa maqaan isaa leellifamu nama akkamii ture?
Dargaggoonni liqaa fudhatanii daldala jalqabuu 'sodaachuu' hin qaban
Dambi Doollootti xannachi KG20 ulfaatu shamarree waggootaaf barumsarraa habise akkamiin baafame?
Anga'aan Itoophiyaa hojii gaarii hojjetaniif UKtti badhaasa umrii guutuu argatan