Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Sirna muudamaafi hundeeffama mootummaa haaraa Addabaabaayii Masqalaatti
Manni maree bakka bu'oota ummataa har'a Fulbaana 4, 2021 Itoophiyaa haaraan walgahiisaa jalqabaatiin Ministira Mummee waggoota ittaanan shananiif biyya bulchu muuduun bara hojiisaa eegala.
Haguuggii Tamsaasa Kallattii
Aanga'oonni Afrikaa sirna eebba Hidha Haaromsaarratti maal jedhan?
Tartiiba taateewwan ijoo ijaarsa Hidha Haaromsaa Guddicha Abbayyaa jalqabaa hanga eebbaatti
Hidha haaromsaa waliin maqaansaanii kan ka'u Injinar Simmanyoo Baqqalaa maaliin yaadatamu?
Hojii gaggeessaan Hidha Haaromsaa Guddichaa milkiin xumursiisan Injiiner Kiflee Horroo eenyu?
'Mataa ol qabannaa' Itoophiyaa kan ta'e hidha aannisaa guddicha Afriikaa ijaaruuf aarsaa gaafate
Waa'ee viidiyoo osoo miseensi humna nageenyaa dubartii reebu mul'isuu waan beeknu
Guduunfaa oduuwwan ijoo tamsaasa kallattii
Itoophiyaan Masiriin 2-0 erga mo'amtee booda Koree Naamusa FIFAtti himata galfatte
Seenaa anniisaa elektirikii Itoophiyaa meegaa waatii 6 hanga biyyoota ollaaf rabsuutti
Hayyuu Afaan Oromoo siyaasa Noorwey keessatti ifaa jiru Amaanu'eel Raagaa eenyu?
Ruutoon sagantaa eebba Hidha Haaromsaarratti 'keessummaa kabajaa' ta'un ibsame
Itoophiyaan barattoonni bilbila qabatanii mana barnootaa akka hin seenne dhorkite
Itoophiyaafi Masriin maaliif 'diina' ta'an? Seenaan dudduubee maali?
Hidha Haaromsa Guddicha Itoophiyaan Masriirratti olaantummaa itti gonfatte
Hidhi Haaromsaa Itoophiyaa 'mallattoo cichoominaa' tahe imbaasiiwwan biyyattii 55 keessatti eebbifamaa jira
Ji'oota 18 keessatti konkolaachiftoonni konkolaataa fe'umsaa 40 yoo ajjeefaman, 200 ol ammoo madaa'aniiru
''Hidhi Abbayaa ifa ifaajee ummata Itoophiyaatiin dhugoome'': Mohammad Al-Arusii
Gaazexeessitoonni buufata raadiyoo Shaggar FM lama hidhaman