Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Sirna muudamaafi hundeeffama mootummaa haaraa Addabaabaayii Masqalaatti

Manni maree bakka bu'oota ummataa har'a Fulbaana 4, 2021 Itoophiyaa haaraan walgahiisaa jalqabaatiin Ministira Mummee waggoota ittaanan shananiif biyya bulchu muuduun bara hojiisaa eegala.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Itoophiyaan biyya Israa'elitti aantee Somaalilaandiif beekamtii kennitu ta'uu dandeessi?

  2. 'Dammekoo daabee tooraa' jechuun kan beekame Abbabaa Abbashuu akkamitti sirba lagate?

  3. Infuleensaroonni lamaanuu milkaa'aa jiru, isaan keessaa garuu ishee tokkotu nama

  4. Gamtaan Afrikaa beekamtii biyyummaa Somaaliilaandiif kennamu kamiyyu hin fudhadhu jedhe

  5. Viidiyoon gabaabaan daa'ima waggaa jahaa akkamiin jireenya maatii jijjiire?

  6. Dargaggoo moosaajii qubee Afaan Oromoo 'Qubee Kids' tibbana akkaan leellifamaa jiru duuba jiru

  7. Israa'el ifatti Somaalilaandiif beekamtii biyyummaa kennite

  8. Haleellaa naannoo Kibba Lixa Itoophiyaa bakka albuudaa sadiirratti raawwatameen lubbuun namootaa darbe

  9. Maallaqni BRICS doolaraan dorgomuuf karoorfame maalirra gahe?

  10. Duulli Ameerikaan garee ISIS irratti eegalte maali?

  11. Waliigaltee Ameerikaan Itoophiyaa dabalatee kaan waliin mallatteessisaa jirtu maaliif falmii kaase?

  12. ABO-WBO, waa'ee hidhattoota namoota nagaarra miidhaa geessisuun himatamanii maal jedhe?

  13. Dadammaqiinsa hawaasa horsiisee bulaatiin kan yaadatamu Aabba Boruu Dhaddachaa eenyu?

  14. Paastariin 'Salaale biyya falfalaa' jechuun barbaadamaa jiran Ameerikaatii ni deebi'uu?

  15. Pirezidaantiin jalqabaa Oromiyaa waggaa 27 booda biyyatti galan Obbo Hasan Alii maaliin yaadatamu?

  16. Paarlaamaan Aljeeriyaa koloneffannaa Faransaay yakka jechuun labse

  17. 'Gaambeellaatti kaleessa qofa namoonni 100 ol rasaasaan dhahamanii yaalamaa jiru'

  18. Birriin Itoophiyaa akka addunyaatti dadhabaadha jedhamuun lammiilee biyyattiif hiikaa akkamii qaba?

  19. Itoophiyaatti harki guutummaatti balaadhaan citee ture akkamiin walitti deebi'e?

  20. Poolisiin paastarii hawaasa 'Salaale arrabse' jedhe seeratti dhiheessuuf