Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Sirna muudamaafi hundeeffama mootummaa haaraa Addabaabaayii Masqalaatti

Manni maree bakka bu'oota ummataa har'a Fulbaana 4, 2021 Itoophiyaa haaraan walgahiisaa jalqabaatiin Ministira Mummee waggoota ittaanan shananiif biyya bulchu muuduun bara hojiisaa eegala.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. TPLF mootummaan Federaalaa waliigaltee Piriitooriyaa balaaf saaxile jechuun irra deebiin himate

  2. Sandaafaatti shakkamaan hojjettuu baankii ajjeesee 'bineensa nyaachise' barbaadamaa jira

  3. Ajajaan poolisii magaalaa Gambeellaa ajjeefamuufi haala nageenya naannichaa tibbanaa kan beeknu

  4. Poolisiin TikTookaroota 'waldaa seexanaatti makamaa' jedhaniifi kaan to'ate

  5. Tiraamp ammas lammileen biyyoota shan dabalataan US akka hin seenne dhorke

  6. Kaampaanonni Hindii Itoophiyaatti carraa hojii namoota 75,000 tahaniif uumaniiru- Naarendiraa Moodii

  7. Soorata namoota tuffatamootii hanga maaddii mootiitti: Qullubbii adii, qorsa dhibee hedduu

  8. Sirboota 'Warra Boolee' hanga 'Afrikaa' jedhuun kan beekamu Sonaa Taakkalaa eenyu?

  9. Hireen lammiilee Itoophiyaa guyyaa 60tti Ameerikaa bahaa jedhamanii maal ta'a?

  10. Dorgommii dhimma Galaana Diimaa fi hawwii Raashiyaa milkiirra gahe

  11. Mootummaan Ertiraa hordoftoota amantaa Kiristaanaa waggootaaf hidhee ture gadhiise

  12. Qondaalli KFO dhiyeenya dhaabicha keessaa bahan maaliif paartii haaraa hundeessuu filatan?

  13. Waggaa 25ffaa waliigaltee Aljeersirratti Itoophiyaafi Eertiraaf waamichi dhiyaate

  14. Gaara Mul'ataa hanga Yunivarsiitii Joorjiyaatti - Prof Mohaammad Hasan eenyu?

  15. Waa'ee saalqunnamtii saala walfakkaataa seerri yakkaa Itoophiyaa maal jedha?

  16. Mootummaan Ameerikaa eegumsa seeraa baqattoota Itoophiyaaf kennaa ture adda kute

  17. Dorrobaakoo ooffatan, boqqolloo sassaabuuf saqalaa ijaarre dhiisnee baqanne - Jiraattuu Kiiramuu

  18. Ertiraan IGAD keessaa bahuu ibsite, IGAD murtichaan 'gaddeera' jedhe

  19. Abbaa alangaa qaroo-dhabeessi hidhattootaan butamee ture gadhiifame

  20. Pireezidantiin Ertiraa gara Saa'udii yeroo imalan suuraan agarsiisu 'footooshoop' taheeraa?