Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Sirna muudamaafi hundeeffama mootummaa haaraa Addabaabaayii Masqalaatti

Manni maree bakka bu'oota ummataa har'a Fulbaana 4, 2021 Itoophiyaa haaraan walgahiisaa jalqabaatiin Ministira Mummee waggoota ittaanan shananiif biyya bulchu muuduun bara hojiisaa eegala.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Ertiraan 'kaartaa qondaalonni waraana Itoophiyaa qabatanii mul'atan' jette irratti deebii kennite

  2. Aanga'aan Somaaliyaa kora Gamtaa Afrikaa irratti beekamtii Israa'el Somaalilaandiif kennite balaaleffatan

  3. Ajajaan Poolisii duraanii buufata Asab waa'ee Asab kaleessaafi har'aa maal himu?

  4. Dhalataan Oromoo lammii Kaanadaa Alii Ahimad Noorwich Siitiif mallatteesse

  5. Dhalataan Itoophiyaa Sudaan Kibbaa fi Filisxeemotaaf qabsaa'e maal hima?

  6. Mootii muuziqaa jaazii Itoophiyaa kan jedhamu Mulaatuu Astaaxiqee eenyu?

  7. Ambaasaaddarri Itoophiyaa waa'ee Somaalilaand, TPLF, Masrii maal jedhu?

  8. Gumii Eeldallootti Poolisiin meeshaa waraanaan doorsisee Haadha ijoollee shanii gudeede hidhaan adabame

  9. Somaaliyaan walga'ii Mana Maree Nageenyaa UN akka dursituuf filatamte

  10. 'Asmaraafi Asab qabachuu kan nu dhorke Mallasiifi Ameerikaadha'

  11. Manni murti himatni obbo Taayyee Danda'aa tokko akka fooyya'u murteesse

  12. Xalayaan TPLF Gamtaa Afrikaatti erge maali?

  13. Bara 2026: Dhaha ykn kaalaandarii biyyoota addunyaa garaagaraa keessatti

  14. Adeemsi araaraa Andu'aalamii fi maatii Qananii akkamiin gufate?

  15. Taayyee Danda'aa dhimma kaateenaan walqabatee mana murtiitti osoo hin dhiyaatiin hafe

  16. Taateewwan yaadatamoo Itoophiyaa, Afrikaa fi Addunyaa bara 2025

  17. Negelleetti loltuun duraanii haadhasaa haala sukaneessaan 'ajjeesuun' qoratamaa jira

  18. Israa'el irraa beekamtii biyyummaa kan argatte Somaalilaand akkamiin Somaaliyaarraa adda baate?

  19. Itoophiyaan namoota TikTok fi YouTube irraa waggaatti birrii miiliyoona lamaa ol argatan gibira kaffalchiisuuf

  20. Manni Maree Nageenyaa UN walgahii arifachiisan dhimma Somaaliyaa maal murteesse?