Torbee Afriikaa suuraan: Suuraalee filataman keessaa Itoophiyaan afur gumaachiteetti

Maxxanfame

Suurawwan mimmiidhagoo guutummaa ardii Afriikaa irraa torban kanaaf filaman kanneen armaan gadiidha.

Buufata xiyyaaraa GondarittiJimaata Sadaasa 9, 2018
Ibsa waa'ee suuraa, Lammileen Itoophiyaa buufata xiyyaaraa Gondaritti yeroo keessummaa simachuuf ba'anitti
Shubbistoota Buufata xiyyaaraa Gondaritti Jimaata 9, 2018
Ibsa waa'ee suuraa, Yaa'ii nagaa Gaanfa Afrikaa uumuuf gaggeessitoonni Ertiraafi SomaaliyaaIsaayyas Afa-warqiisi Mohaammed Abdulhaaii Mohaamed garee shubbistootaadhaan yeroo simatamanitti...
Pirezedaanti Isaayyaa (bitaa) Mohaammed (mirgaan) Ministira Muummee Dr. Abiy Ahimed waliin yeroo Baahir Daaritti hospitaala eebbisiisan
Ibsa waa'ee suuraa, Pirezedaanti Isaayyaa (bitaa) Mohaammed (mirgaan) Ministira Muummee Dr. Abiy Ahimed waliin yeroo Baahir Daaritti hospitaala eebbisiisan
Dubartoota miseensa baandii yeroo eebba Xibebe Gihon Hospitaal Baahir Daaritti Sanbata Sadaasa 10, 2018 eebbifamutti
Ibsa waa'ee suuraa, Miseensonni baandii yeroo eebba Hospitaala Baahir Daar miidhagsuuf taa'anii hanga saatiin ga'utti yeroo eegan.
Gaafa Kamisaa garee naga eegan kan UN yeroo baha DRC Beenii jedhamtu daangaa Yugaandaa irratti argamtu caqasaa jiranitti...
Ibsa waa'ee suuraa, Gaafa Kamisaa garee naga eegan kan UN yeroo baha DRC Beenii jedhamtu daangaa Yugaandaa irratti argamtu caqasaa jiranitti...
Dubartoonni yeroo boo'icha nama garee warra mormitootaa Yugaandaadhaa ajjeefame irratti argamanii boo'an.
Ibsa waa'ee suuraa, Namoonni yeroo boo'icha nama garee warra mormitootaa Yugaandaadhaa ajjeefame irratti argamanii boo'an.
Laayibeeriyaa keessatti mormitoonni Imbaasii Ameerikaa duratti ba'anii -Wixata 12, 2018
Ibsa waa'ee suuraa, Laayibeeriyaa keessatti mormitoonni Imbaasii Ameerikaa duratti ba'anii
Dursaan poolisii yeroo mormii Laayibeeriyaa kan Monorooviyaatti ture caqasanit - Wixata Sadaasa 12, 2018
Ibsa waa'ee suuraa, Dursaan poolisii yeroo mormii Laayibeeriyaa kan Monorooviyaatti ture caqasanitti
Masir Kaayiroo keessatti qorattoonni arkiyooloojii awwaala durii keessatti fakii adurrii bifa moloksee argan
Ibsa waa'ee suuraa, Masir Kaayiroo keessatti qorattoonni arkiyooloojii awwaala durii keessatti fakii adurrii bifa moloksee argan
Dargaggoota garee kubbaa miilaa Al Ahly Masirii erga kilabiin isaanii garee kilaba biyya Tuniiziyaa Esperance jedhuum mo'amee miira keessa turan…
Ibsa waa'ee suuraa, Dargaggoota garee kubbaa miilaa Al Ahly Masirii erga kilabiin isaanii garee kilaba biyya Tuniiziyaa Esperance jedhuum mo'amee miira keessa turan…
Gareen Tuniiziyaa 3-0 qabxii ta'een Rades keessatti mo'achuun shaampliyoonaa CAF sadaffaa akka argatan taasiseera.
Ibsa waa'ee suuraa, Gareen Tuniiziyaa 3-0 qabxii ta'een Rades keessatti mo'achuun shaampliyoonaa CAF sadaffaa akka argatan taasiseera.
Giifti Dureen Firaansi (bitaan) yeroo Giifti Duree Mutaaniyaa yaadannoo Waraana Addunyaa I waggaa 100 kabajanitti...Dilbata Sadaasa 11, 2018
Ibsa waa'ee suuraa, Giifti Dureen Firaansi (bitaan) yeroo Giifti Duree Mutaaniyaa yaadannoo Waraana Addunyaa I waggaa 100 kabajanitti...
Pirezedaantii Chaad Idiriis Derbii (bitaa), Gaggeessaa Maalii Ibraahim Baabubakar (gidduu) fi pirezedaantii Senedaal Maakii Saal (mirgaa) yeroo masaraa Elisee keessaa ba'aa jiranitti …
Ibsa waa'ee suuraa, Pirezedaantii Chaad Idiriis Derbii (bitaa), Gaggeessaa Maalii Ibraahim Baabubakar (gidduu) fi pirezedaantii Senedaal Maakii Saal (mirgaa) yeroo masaraa Elisee keessaa ba'aa jiranitti …
Yeroo orkestiraan loltuu Afriikaa Kibbaa Darban keessatti yaadannaa Waraana Addunyaa I irratti agarsiisan - Dilbata Sadaasa 11, 2018
Ibsa waa'ee suuraa, Yeroo orkestiraan loltuu Afriikaa Kibbaa Darban keessatti yaadannaa Waraana Addunyaa I irratti agarsiisan
Zimbaabuwee Haraareetti poolisoonni eebbifaman yeroo itti hiriiraan dhaaabbatan - Kamisa Sadaasa 15, 2018
Ibsa waa'ee suuraa, Zimbaabuwee Haraareetti poolisoonni eebbifaman yeroo itti hiriiraan dhaaabbatan
Poolisoonni Zimbaabuwee Haraaree keessatti yeroo Pirezedaantiin darbutti agarsiisaatti jiru- Kamisa Sadaasa, 2018
Ibsa waa'ee suuraa, Poolisoonni Zimbaabuwee Haraaree keessatti yeroo Pirezedaantiin darbutti agarsiisaatti jiru.
Miidhaginna Addunyaa Jappaanitti qophaa'erratti Zimbaabuwee bakka buutee kan hirmaatte Taaniyaa Taatendaa Aaron …
Ibsa waa'ee suuraa, Miidhaginna Addunyaa Jappaanitti qophaa'erratti Zimbaabuwee bakka buutee kan hirmaatte Taaniyaa Taatendaa Aaron …
Eebba baabura akka Afriikaatti saaffisaan tokkooffaa ta'ee Morookoon eebbisiifte yeroo eegdonni keessummoota simatan
Ibsa waa'ee suuraa, Eebba baabura akka Afriikaatti saaffisaan tokkooffaa ta'ee Morookoon eebbisiifte yeroo eegdonni keessummoota simatan
Wixata darbe barattoonni Morookoo magaalaa Raabaatitti yeroo waa'ee murtee yeroo gannaa eegduu yeroo ta'an mormuun daandiitti ba'an.
Ibsa waa'ee suuraa, Wixata darbe barattoonni Morookoo magaalaa Raabaatitti yeroo waa'ee murtee yeroo gannaa eegduu yeroo ta'an mormuun daandiitti ba'an.
Sirbituun beekamaa Yugaandaa Boobii Waayin Sanbata darbe erga Agayya darbe hidhamee booda yeroo jalqabaatiif waltajjii sirbaattii yeroo deebiyetti.
Ibsa waa'ee suuraa, Sirbituun beekamaa Yugaandaa Boobii Waayin Sanbata darbe erga Agayya darbe hidhamee booda yeroo jalqabaatiif waltajjii sirbaattii yeroo deebiyetti.

Suuraawwan kunneen AFP, EPA, Reuters fi Getty Images irraa kan walitti qabamanidha.