Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. 'Bishaan nurraa kuttan' jechuun nu dararu- Baqattoonni Masirii jiran namni Itoophiyaa ajjeefamuu himu

  2. Sa'udin dabalataan lammiilee Itoophiyaa shan du'aan adabde

  3. US hanqinni meeshaalee waraanaa mudannaan Iraan haleeluu dhaabdee?

  4. Dubartoonni Itoophiyaa %55 haadha warraa reebuuf sababii 'gahaan' jira jedhanii amanu

  5. Tiraamp Iraan waliin mariin 'haala gaariin deemaa jira' jedhus Iraan kallattiin mariyataa hin jiru jette

  6. Ijoo

  7. Qubattonni Israa'el Weest Baankitti masjiida, lafa qonnaafi konkolaataawwan guban

  8. Kantiibaan Niwuyoork Mamdaaniin Netaaniyaahuu nan hidha jedhus Netaaniyaahun sodaa hin qabu jedhe

  9. Mootummoonni Itoophiyaa dhufaa darbaa rakkoo siyaasaa maaf humnaan furuuf yaalaa turan?

  10. Afrikaan hagam qabeenyaa fi miidhagina Itoophiyaa beekti?

  11. 'Anis silaa Ayaatolaa Kaameenii fa'aa waliin du'a ture' - Miinstiirri dhimma alaa Iraan akkamiin akka du'a oolan himan

  12. Wal haleeluu Huutii fi Saawud Arabiyaa waan hanga ammaatti beekamu

  13. Buufata Nukilaraa Iraan lafa jalaa Tiraamp haleeluf dhaadatan

  14. Gaalli Affaar ho'a hammaate dandamachuu dadhabuun du'aa jiru

  15. Haleellaa Huutii walitti bu'iinsa Baha Giddugaleessaafi diinagdee addunyaarratti sodaa uume

  16. Walgahiiwwan TPLF tibbanaa waa'ee muddama siyaasaa Tigraay maal akeeku?

  17. US fi Iraan walitti dhukaasuu jabeessuun yaaddoo hammeesse

  18. Godaantonni Itoophiyaa Saawudiitti himataman murtee du'aan adabamuuf jiru- Kom.Mirgoota Namoomaa Gamtaa Afrikaa

  19. UK waraana Ameerikaa fi Iraanitti dabalamuufi?

  20. Dhalataan Itoophiyaa akkamiin Minesootatti nama Sadii ajjeesun himatame?