Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Waayee dhukaasa Tiraampiin sagantaa irbaataarraa baqachiisee maal beekna?

  2. Netaaniyaahuun waraanni isaa Hezbollaah irratti 'tarkaanfii cimaa' akka fudhatu ajaje

  3. Kuufamni yuraaniyeemii gabbatee Iraan qabdu meeshaa waraanaa nukilaraa omishuu dandeesisaa?

  4. Tigist Maaraatoonii Landanitti riikardii cabsuuf akka yaadde BBC'tti dubbatte

  5. Haleellaa Matakkalitti raawwateen ''hojjattoonni qeeraa torba ajjeefamuu'' jiraattonni himan

  6. US qoqqobbii Ertiraarra kaastee hariiroo cimsachuu yaaddi, gaaffii ulaa galaanaa Itoophiyaarratti dhiibbaa qabaa?

  7. Asseet Darajjee, Mis World Africa 2025, shaampiyoonaa dargaggootaafi Ambaasaaddara UNFPA ta'uun filatamte

  8. Koloneel Dammaqan gabaasa HRW 'kijibaafi loogii qaba' jedhan

  9. Loltuun US to'atamuu Maduroo irratti doolaara 400,000 qabsiise himatame

  10. Ijoo

  11. Walqaayitiifi Humaraatti dhalattoonni Tigraay 'hayyama qondaalotaa malee akka hin sochoone' godhamaa jiru -HRW

  12. Iraan waliigalteen dhukaasa dhaabuu waan cabeef Ulaan Hormuuz hin banamu jette

  13. Iraan haleellaa raawwachuu booda dooniiwwan lama to'achuu ibsite

  14. Itoophiyaatti dubartii waggoota hedduuf dhukkubsataa turte keessaa cirrachi hadhooftuu 500 ol bahe

  15. Himatawwan haaraa sadeen Obbo Taayyeerratti banamanii turan adda citan

  16. Loltuun Israa'el Libaanositti siidaa Yesuus Kiristoos burruusaan mancaase adabame

  17. Seenaa dubartoota gurraachaa qoricha adoochaa malee waldhaansi baqaqsanii hodhuu irratti gaggeeffame

  18. Iraan-Hormuuz- Humna galaanaa fayyadamuun ulaa cufuun hangam milkaa'a?