Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Tiraamp sodaa Iraaniin konkolaataa nyaata deddeebisu keessa dhokachuun xiyyaara jijjiirrachuu amanan

  2. Waa'ee UFO maaltu bahe?

  3. 'Dirooniin humnoota Tigraay ajjeese'

  4. Yaaddoo Iraan Tiraamp konkolaataa nyaata baatu keessa dhokachuun xayyaara akka jijjiiratan taasise

  5. Haleellaan diroonii 'humnoota Tigraay irratti xiyyeeffate' gaggeeffamuu maddeen ibsan

  6. Himatamtoonni dhimma isaanii mana murtiitti ilaalamaa jiru irratti miidiyaarrattii ibsa kennuu danda'uu?

  7. Jaarsummaan cidha caalee? Abaaboo birrii 500,000 jaarsummaaf ergaman

  8. Komishiniin Marii Biyyoolessaa hanga ammaa ajandaa kamirrattuu "murteen kenname hin jiru" jedhe

  9. Israa'el karoora nagaa Gaazaa Tiraamp baase kuffiste

  10. Ertiraan walabummaa Itoophiyaa sarbuun humna waraanaa Tigiraayitti ergiteetti- Amb. Suleymaan Daddafoo

  11. Waa'ee dhukkuba Itoophiyaatti namootni qoricha aadaan of miidhaa jiran kana quba qabduu?

  12. 'Qophiin waraanaa osoo godhamaa jiruu callisuun waraanatti waliigaluudha'- Getaachoo Raddaa

  13. Mariin Iraanifi Omaan Ulaa Hormuuz ilaalchisee taasisan ulicha banuuf akka hin taane Iraan akeekkachiiste

  14. Sababa nukilaraan Iraaniin kan diinomfatte US akkamiin Sa'uudiif nukilara eyyamte, waliigalteen kun kan akkamiiti?

  15. Seenaa wallee Soolanee

  16. 'Lolli kaanaan mootummaan Ertiraa ni bada'

  17. 'Oromoon Itoophiyaadha, Itoophiyaan Itoophiyaarraa hin fottoqu' - MM Abiy Ahimad

  18. Waliigaltee waraanaa Sa'udi, Turkiifi Paakistaanirraa eenyutu fayyadama?

  19. 'Osoo Kiiloo 4 keessa namni hin jiru jedhamee WBO fi Faannoon hin seenan'

  20. Wallo Kibbaatti haleellaa konkolaataa irratti raawwatameen namootni shan ajjeefaman