Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Namoota US hanqina meeshaa waraanaa qabdi jechuun odeessa baasan adamsaa jirra- Tiraamp

  2. Falmii qorannoon hormoonii atileetii Itoophiyaa Ameerikaarraa hambise kaase

  3. Mirga hiree murteeffannaa hanga fottoquutti: Keewwati 39 amma wabii moo yaaddoo Itoophiyaati?

  4. Dubartii Tigraayitti 'haala suukaneessaan ajjeefamteen' walqabatee wanti murtaa'e akkamiin jijjiirame?

  5. Abukaatoon Obbo Taayyeefi hogganoonni siyaasaa IHAAPPAA to'ataman 'shororkeessummaan' himataman

  6. Iraan Ulaa Hormuuz ilaalchisee waliigalteen Omaan waliin gootu sadarkaa dhumaarra gahuu ibsite

  7. Qindoominni Sa'udiin biyyoota ollaa waliin goote Itoophiyaaf maal akeeka?

  8. Obbo Tawoldee G/Maariyaam Daandii Indiyaa hoogganuuf muudaman

  9. Humnoota Puuntilaand fi waraana mootummaa Somaaliyaa gidduutti lolli cimaan gaggeeffame

  10. Booranatti manaajarri gandaa lammiilee Keeniyaaf waraqaa eenyummaa kenne hidhaa cimaan adabame

  11. Gorsaan Tiraamp Ertiraa waliin waan biyyoota ollaa miidhu hin mari'anne, Itoophiyaa waliin michummaa gaarii qabna jedhan

  12. Gara Ameerikaa imaluuf yaada qabduu? Itoophiyaanotatti maallaqi dabalame

  13. Walitti bu'insa Raayyaa Ittisa Biyyaa fi Humnoota Tigiraay gidduutti mudateen yaadda'eera- Aminastii Internaashinaal

  14. Iraan Ameerikaa harka micciiruuf dhiibbaa ishee akkamiin babal'isaa jirti?

  15. Heerri Itoophiyaa amma jiru adeemsa maalii keessa darbee qophaa'e? Heerota turan irraa maaltu adda godha?

  16. Iraan isa Tiraamp 'waliin mariyachaa jirra' jedhe dhugaa miti jette

  17. Walitti bu'insi humna waraanaa Itoophiyaa fi humnoota Tigiraay maalirra gahe?

  18. Yugaandaan obboleessa MM Israa'el magaalaa Entebeetti ajjeefameef siidaa dhaabde

  19. Karoorri haaraa WhatsAappii maqaa barbaadaniin fayyadamuuf qopheesse maaliif Somaaliyaa yaadesse?

  20. Tiraamp karoora Iraan haleeluu haqe, ''hatattamaan waliigalteerra ga'uu'' akka fedhu ibse