Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Tiraamp suuraa Iyyeesus isaan fakkeessu dhoobaniifi falmii kaase maali?

  2. Abbaas Araagchii: Namni dippilomaasii Iraan harkaa qaban kun eenyudha?

  3. Maanguddoon Roobeetti 'booksiifi dhiitichoo' daboo irraa hafan amma maalirra jiru?

  4. Poop Liyoon 'sodaa Tiraamp hin qabu' jedhan

  5. Tiraamp Ulaa Hormuuz cufuuf doorsisuun yaaddoo balaa dabala malee rakkoo jiru hin furu

  6. Atileet Misgaanaa Waaqumaa Itoophiyaarra darbee Afrikaaf seenaa haaraa hojjete

  7. Biyyoota addunyaa jaha kuufama boba'aa guddaa qaban kam fa'i?

  8. Pireezidantiin Jibuutii sagalee uummataa %97'n marsaa jahaaf filannoo mo'atan

  9. Ulaawwaan galaanaa akkuma Hormuuz addunyaaf murteessoo ta'an 5 kanneen beektuu?

  10. Iraan akkamiin waraana isheerratti banameef deebii kennuuf Ulaa Hormuuz gargaaramte?

  11. Dhimmoota shan marii US fi Iraan irratti qormaata ta'uu danda'an

  12. Atakaroon Ulaa Hormuuz dooniiwwaan 800'tti dhiyaatan danqe maalirra gahe?

  13. Aangoon Taaddasee dheereffamuun "seera-qabeessa" ta'uu Waajirri Ministira Muummee BBCf ibse

  14. Ameerikaan kaayyoo waraana Iraanitti banteef galmaan ga'atteettii?

  15. TPLF MM Abiy muudama L/J Taaddasee dheeressuu morme, maal akeeka?

  16. Tiraamp ejjennoon Iraan Ulaa Hormuuz irratti agarsiisaa jirtu 'waan irratti waliigalle miti' jedhe

  17. Barsiistuun daandiirratti kuduraafi muduraa gurguraa turan eessa gahan?

  18. Torbee 'Dhukkubbii' amantoonni Ortodoksii sagadaafi gad-ofqabuun itti dabarsan