Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Itoophiyaan 'qabeenya waraabessaa' qabdutti maalif hin fayyadamin?

  2. Waraana US-Iraan kanaan itti aanee maaltu ta'u mala? Taateewwan ijoo afur uumamuu malan

  3. MM Abiy humni annisaa maddisiisuu Itoophiyaa MW10,000 qaqqabuu himan

  4. Seera baastonni US tarkaanfii Tiraamp Iraan haleeluu dhorku kuffiisan

  5. Gaazexeessaa Sudaan waggaa sadiif addunyaarraa fo'amee ture bilbillisaa banamnaan ergaan gaddaa lola'eef

  6. Paartileen dubartoota 20% hin qabne akka beekamtii hin arganne kan goote Biyyaa Ashabbir eenyu?

  7. Itoophiyaan ulaa galaanaa argattu malee naannichi nagaa hin argatu' - MM Abiy

  8. Seenetiin Ameerikaa waraanaa Iraan irratti kokkee wal qabaa jiru

  9. 'Namni kaansarii dhukkubsate biyya isaa keessatti, firoota isaa gidduutti yaalamuu qaba' - Leellisee Dhugaa

  10. 'Dhibdee Baha Gidduugalaan namootni miliyoona 30 ta'an hiyyummaatti seenuu malu'

  11. TPLF aangoo MM Abiy naaf kenne akka hin fudhanne naan jedhe -Jen. Taaddasaa Warradaa

  12. Israa'eliifi Libaanos waggaa 30 booda yeroo jalqabaaf fuulaa fuulatti wal arguun mariyatan

  13. 'Irbuun Shinnigaa' maali? Qabsoo Oromoo keessatti bakka akkamii qaba?

  14. Konkolaataan elektirikii Itoophiyaan ijarra buufatte carraafi rakkoo akkamii qaba?

  15. Waraanni Iraan yoo itti fufe kufaatii diinagdee addunyaa fida- IMF

  16. Qumaarri ugguraa haaraan, US, Iraan irratti eegalte ni hojjataa?

  17. Namni mana hundeessaa Open AI, Saam Altiman haleele yaalii ajjeechaan lamaan himatame