Sirna muudamaafi hundeeffama mootummaa haaraa Addabaabaayii Masqalaatti

Manni maree bakka bu'oota ummataa har'a Fulbaana 4, 2021 Itoophiyaa haaraan walgahiisaa jalqabaatiin Ministira Mummee waggoota ittaanan shananiif biyya bulchu muuduun bara hojiisaa eegala.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Murteen Tiraamp lammummaa US'tti dhalachuun argamu hambisuuf yaalan maalii?

  2. Liqeessitoonni mootummaa Itoophiyaa himanna jechaa turan akkamiin waliigalan?

  3. Tiraamp sadi injifatamee injifannoo guddaa tokko argate- Mana murtii waliigalaatti maaltu isa mudate?

  4. Wayita rakkoon nageenyaa hammaatetti biyyoota Afrikaa nagaa fi tasgabbii qaban 10

  5. Waraana Iraan imaammata Yunaayitid Arab Emireetis qaxanaa sana keessatti qabdu jijjiire

  6. 'Akkamitti Baaroo Tumsaa ajjeesta' jedheen gaafadhe

  7. Yunivarsiitiin Finfinnee enyuufaa qare?

  8. Waa'ee maatii Kantiibaa Adaanech kana beektuu?

  9. Gamtaan Awurooppaa muddamni kaaba Itoophiyaa isa yaaddessuu ibse

  10. Ameerikaan Tigraayitti 'qaamolee adeemsa nagaa gufachiisan' akeekkachiiste

  11. Manni maree Tigraay labsiin dirqama loltummaa fi adabbii du'aa akka hojiirra oolu ajaje

  12. Afrikaa Kibbaatti guyyaan dhumaa godaantonni akka bahan kenname dhiyaannaan Embaasiin Itoophiyaa lammileen akka of eeggatan hubachiise

  13. Itoophiyaatti baankiin aannan harmaa itti kuufamu yeroo jalqabaaf baname

  14. Naannoon Amaaraa hojjetoota mootummaa 'hidhattootti makamanii' turaniifi walitti bu'insaan buqqa'an hojiitti akka deebiyan murteesse

  15. Komishiniin Marii Biyyaalessaa dhimma Finfinnee fi afaan hojii dabalatee qabxiilee 8 adda baase maal fa'i?

  16. Dooniin Itoophiyaa akkamiin Hormuuz keessa dabarte?

  17. HRW TPLF wixinee labsii lammileen loltummaan akka tajaajilan dirqisiisuufi mormitoota ittiin adabuuf baase akka haqu gaafate

  18. Paartiin Badhaadhinaa fi paartileen morkattootaa waa'ee bu'aa filannoo maal jedhan?

  19. Dhimma Epistiin, Iraani fi Teyilar Siwiift: Rakkoolee akka MM UK aangoo gadhiisu sababa ta'an

  20. Teessoo torba kan mo'ate 'Tibibbir LeItoophiyaa Andinnet' mana maree akka hin seenne ibse