Sirna muudamaafi hundeeffama mootummaa haaraa Addabaabaayii Masqalaatti

Manni maree bakka bu'oota ummataa har'a Fulbaana 4, 2021 Itoophiyaa haaraan walgahiisaa jalqabaatiin Ministira Mummee waggoota ittaanan shananiif biyya bulchu muuduun bara hojiisaa eegala.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Loltoonni Itoophiyaa ergama nagaa eegsisuurra turan lama hidhattoota Sudaan Kibbaan ajjeefaman

  2. Ameerikaan Sooriyaa tarree biyyoota shororkeessummaa deeggaran jettuun keessaa haqxe

  3. Dorgommiiwwan daawwachuuf hanga birrii kuma 100 kaffalchiisan akkamiin xiyyeeffannaa namootaa ta'an?

  4. Bulchaan aanaa Dagam 'hidhattoota WBO'n' ajjeefaman

  5. Itoophiyaan lageen biyyasheerratti hidha akka ijaartu ibsuu, Masiiriin komii dhiyeeffachuu itti fufaniiru

  6. 'Sababa Finfinneef reebameen osoon digrii qabuu qubaan mallatteessa' - Bars. Mokonnin Ajjamaa

  7. Finfinneen 'magaalaa guddoo Oromiyaa'

  8. Sirna cufinsaa Marii Biyyaalessaarratti aanga'oonni maal jedhan?

  9. Mariin daldalaa US fi Kaanadaa fashale, Torontoon gibira walqixaaf dhaadatte

  10. Guyyoota dhumaa lamaan Marii Biyyaalessaarratti wanti mudate maali?

  11. 'Maafiyaa 120' eenyutu hooggana?

  12. Ajjeechaa Giddaa Ayyaanaatti

  13. Balaliisaa Mootii Haayilasillaasee

  14. Waa'ee Hayilee Fidaa kana beektuu?

  15. Waamicha ABIN Finfinneerratti

  16. Dirree Dhawaa irratti maaltu waliigalame?

  17. Dhimmi 'Garee Maafiyaa 120 ummata hiraarsu' eessa gahe?

  18. Finfinneen magaalaa guddoo Oromiyaa jedhamtee beekamtii Heera Mootummaa akka argattu yaadni murtoo dhiyaate

  19. Itoophiyaa fi Ameerikaan humna ittisaafi nageenyaarratti wal tumsuuf waliigalan

  20. Waa'ee haleellaa Giddaa Ayyaanaatti hidhattoota 'Faannoon' gaggeeffamee maal beekna?