Sirna muudamaafi hundeeffama mootummaa haaraa Addabaabaayii Masqalaatti

Manni maree bakka bu'oota ummataa har'a Fulbaana 4, 2021 Itoophiyaa haaraan walgahiisaa jalqabaatiin Ministira Mummee waggoota ittaanan shananiif biyya bulchu muuduun bara hojiisaa eegala.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Hiriirri humnootaa jijjiiramuun waraana Kaaba Itoophiyaarratti jijjiirama akkamii fide?

  2. Halleellaan diroonii hidhattoonni Finfinneetti raawwatanii ture "haleellaa shororkeessummaati" - Maarkoo Ruubiyoo

  3. IJOO

  4. Qormaanni mootummaa Imaanaa Tigyaayitti hundaa'e eeggatu maali?

  5. TPLF 'sochiin kamiyyuu gara Buufata Xiyyaaraa Maqaleetti akka hin godhamne akeekkachiise

  6. Raashiyaan muddama Itoophiyaafi Ertiraa jaarsummaan furuuf gaaffii dhiyeessite

  7. Jijjiirama mootummaa, Oro-maaraa hanga baqatummaa: Waggoota saddeettan Obbo Gadduu jijjiiramaan booda

  8. Ertiraan waa'ee Itoophiyaa dippilomaatota biyya alaatti maal himte?

  9. Adaamaatti doktaroonni 'oppireeshinii sa'atii 8 fudhateen' dargaggoo tokkorraa dhiitoo kg 10 baasan

  10. Mootummaan federaalaa Tigraayitti 'mootummaan imaanaa' hundeeffamuu beeksise

  11. Haleellaa fi hokkora Gambeellaatti lubbuu namootaa galaafate

  12. Waraana kaabaan booda hireen TPLF maal taha? Biyya ollaatti baqatuu moo of ijaaruun aangootti deebi'u?

  13. Gaaffiin Itoophiyaan Asabirratti kaastu ija seeraan akkamiin ilaalama?

  14. Pirezidaantiin Somaaliland Itoophiyaa deeggaruun, tumsa biyyoota Masriin durfaman qeeqan

  15. Tarkaanfii 5 Ameerikaan Waraana Kaaba Itoophiyaa ilaalchisee fudhatte

  16. 'Yeroon Itoophiyaan ulaa galaaanaa mataa ofii qabaachuu qabdu amma'- ABO

  17. MM Abiy fi Ministitti Dhimma Alaa Ameerikaa marii waliin taasisaniin maal kaasan?

  18. Naqamteetti dargaggeessi maallaqa sobaa maxxansaa ture poolisiin to'atame

  19. Tiraamp viidiyoo dargaggoo qeerransaan ajjeefamee qoosuun maatii mufachiise