Sirna muudamaafi hundeeffama mootummaa haaraa Addabaabaayii Masqalaatti

Manni maree bakka bu'oota ummataa har'a Fulbaana 4, 2021 Itoophiyaa haaraan walgahiisaa jalqabaatiin Ministira Mummee waggoota ittaanan shananiif biyya bulchu muuduun bara hojiisaa eegala.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Dargaggoon dallaalonni Sawudii si geessina jechuun Birrii 500,000 irraa fudhatan lubbuu isaa balleesse

  2. Gameeyyii Afrikaa sadan

  3. Dubartoonni maal jedhu?

  4. Asab maaliif one?

  5. Raayyaan Itoophiyaafi humnoonni Tigraay dhihoo daangaa Sudaanitti walitti bu'an

  6. Lammiileen Itoophiyaa Sa'udi Arabiyaan du'aan adabde 20 gahan

  7. Hidhamtoota Itoophiyaa Sawudiitti du'a eeggatan sagalee isaanii dhageessisuuf BBCtti bilbilatan

  8. Buufata Xiyyaaraa Bishooftuu Ameerikaan keessatti hirmaachuu feetu

  9. Odeeffannoon fayyaa US Itoophiyaa fi biyyoota Afrikaa kaanirraa barbaaddu maali? Birmadummaa miidhaa?

  10. Waayee qormaata Ameerikaan hakiimota qoruun biyyasheetti fudhattuu (USMLE) waan beekuu qabdan

  11. Shakkamtootni Finfinneetti Qiddusaan Yirgaalam ukkaamsuun ajjeesan, yakkicha raawwachuu amanuu poolisiin ibse

  12. Gorsaan Tiraamp mariin Kaayirootti taasisan ''farra Itoophiyaa'' miti jedhan

  13. Warseessa waggoota 40 as Itoophiyaa keessa jiraachuunsaa mirkanaan hin beekamne

  14. Ijoolleen Itoophiyaa 20 akkamiin Siwiidinitti miliqanii hafan?

  15. 'Lammiileen Itoophiyaa fi Keeniyaa gowwoomfamanii Eeshiyaa cehan networkii yakkaa keessatti dararamaa jiru' -IOM

  16. 'Bishaan nurraa kuttan' jechuun nu dararu- Baqattoonni Masirii jiran namni Itoophiyaa ajjeefamuu himu

  17. Sa'udin dabalataan lammiilee Itoophiyaa shan du'aan adabde

  18. Dubartoonni Itoophiyaa %55 haadha warraa reebuuf sababii 'gahaan' jira jedhanii amanu

  19. Mootummoonni Itoophiyaa dhufaa darbaa rakkoo siyaasaa maaf humnaan furuuf yaalaa turan?

  20. Afrikaan hagam qabeenyaa fi miidhagina Itoophiyaa beekti?