Sirna muudamaafi hundeeffama mootummaa haaraa Addabaabaayii Masqalaatti

Manni maree bakka bu'oota ummataa har'a Fulbaana 4, 2021 Itoophiyaa haaraan walgahiisaa jalqabaatiin Ministira Mummee waggoota ittaanan shananiif biyya bulchu muuduun bara hojiisaa eegala.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Pirezidant Isaayyaas gara Masiriitti imaluun ibsame

  2. Beneshaangul Gumuzitti manni-barumsaa shamarranii Faaroo Homoshaa dorgommii idil-addunyaarratti sadarkaa xumuraatti ce'e

  3. Adurree gurraacha ajaa'ibaa Afrikaa qofa keessatti argamu

  4. Pirezidant Shimallis waa'ee caasaa godinaa haaraa fi himannaa dhihaaterratti maal jedhan?

  5. 'Irreecha araaraa, nagaafi jaalalaa akka ta'u hawwina' - Abbaa Gadaa Tuulamaa

  6. Irreecha ilaalchisee qabxiiwwan ijoo beekuu qabdan shan

  7. Dursaan TPLF Dabretsiyon waa'ee waraana deemaa jiruu maal jedhe?

  8. 'Gaaffiin Oromoo afaan qawweefi keettoo diinaa tahuun deebi'u kana booda abadan hin jiru' - MM Abiy

  9. Gamtaan Afrikaa Itoophiyaa, Masriifi Ertiraa gidduu muddamni hammaachuun isa yaaddessuu hime

  10. Itoophiyaan dippilomaatonni Ertiraa sa'aatii 48 keessatti akka bahan ajajuu hordofee Ertiraan deebii kennite

  11. Finfinneetti halkan waarii dho'insi dhaga'amuu jiraattonni himan

  12. Fiigicha badhaasa hanga birrii miiliyoona 1 argamsiisu dabalatee taateewwan Irreechaa ijoo

  13. Loltoonni Ertiraa daangaa Itoophiyaa seenuun lola banan jedhe mootummaan Naannoo Affaar

  14. Finfinneefi naannawaasheetti diroonii balaliisuun dhorkame

  15. Waraana Allaamaaxaafi naannichatti gaggeeffameen waayee miidha qaqqabee waan beeknu

  16. Morokoon yeroo jalqabaaf ministara mummee dubartii filatte

  17. WBOn tumsa hidhattootatti dabalamuun Oromoo biratti maaf mufii uume?

  18. Guyyaa Afaan Hiikuu Idil-addunyaa: Qulqullinni Afaan Oromoo maalirratti argama?

  19. Atileet Tigist maraatoonii Barliin irratti erga miidhamtee maal keessa jirti, egeree isheef yaaddessaadhaa?

  20. 'Uummata koo yoon arge nan fayya'- Artist Kadir Martuu