Sirna muudamaafi hundeeffama mootummaa haaraa Addabaabaayii Masqalaatti

Manni maree bakka bu'oota ummataa har'a Fulbaana 4, 2021 Itoophiyaa haaraan walgahiisaa jalqabaatiin Ministira Mummee waggoota ittaanan shananiif biyya bulchu muuduun bara hojiisaa eegala.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Piriimerliigii Itoophiyaa keessatti ifee mul'achaa kan jiru Nagellee Arsii Waancaa mo'achuuf carraa qabaa?

  2. Obbo Girmaa Waaqee Daandii Qilleensaa Yugaandaatti muudaman oduu jedhu waajirri Pirezidant Museeveenii haale

  3. Peep Gaardiyoolaa dhimma Filisxeem, Sudaan irratti maal jedhu?

  4. Salaaletti tajaajilli bilbilaa fi intarneetii guyyootaaf adda cite

  5. Sirna Gadaa Oromoo walakkaa jaarraaf qorachuun addunyaatti kan beeksisan Prof. Asmaroom Laggasaa eenyu?

  6. Haasaa MM Abiy parlaamaa irratti taasisaniif Ertiraan deebii kennite

  7. Haleellaan ISIS xiyyaarota Itoophiyaan kireessite irratti raawwate maal ture?

  8. Pirezidantiin Somaalilaand Israa'el waliin waliigaltee daldalaa akka uuman, albuuda kennanis akka qaban himan

  9. Qabxiilee ijoo shan MM Abiy Ahimad paarlaamaatti dubbatan

  10. Masrii, Turkii fi Qaatar, Ameerikaa fi Iraan Ankaaraatti walitti fiduuf

  11. Bulchiinsi yeroo Tigraay walitti bu'iinsi humnoota Federaalaa waliin godhame "kan ta'uu hin qabne ture" jedhe

  12. Sanadi yakkamaa saal-qunnamtii Eppistiin namoota siyaasaa UK fi Noorway raasaa jira

  13. Haala Itoophiyaa keessa jiru itti dhiyeenyaan hordofaa' akka jiru UN ibse

  14. 'Waamicha marii Gamtaan Afrikaa taasise nan fudhadha'- TPLF

  15. Qondaalli waraanaa mormitoota 'sangoomsuuf' dhaadatuufi sanyii Yasuus ofiin jedhu USn walitti bu'e

  16. 'Naannoon Somaalee duraan waraanaa fi walitti bu'iinsaan beekamu har'a qe'ee nagaa fi misoomaa ti' - MM Abiy Ahmad

  17. Naannoo Tigraay haleellaa diroonii bakkeewwan sadiitti raawwatameen namni tokko du'uu poolisiin ibse