Sirna muudamaafi hundeeffama mootummaa haaraa Addabaabaayii Masqalaatti

Manni maree bakka bu'oota ummataa har'a Fulbaana 4, 2021 Itoophiyaa haaraan walgahiisaa jalqabaatiin Ministira Mummee waggoota ittaanan shananiif biyya bulchu muuduun bara hojiisaa eegala.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Jinkaatti dhukkubni hakiima dabalatee namoota galaafate vaayirasii Maarburg ta'uun barame, talaallii ykn qoricha qabaa?

  2. 'Tokummaa daangaa cabsuu' Ertiraa ilaalchisee 'ejjennoon of qusachuu' mootummaa 'yeroo hunda akkasiin itti hin fufu' - Dr Geediyoon

  3. Hakiimni hidhattootaan ukkaamfame akka gadhiifamuuf kaffalamus ajjeefamee argame

  4. Masriin buufata doonii haaraa Jibuutiitti ijaaruuf, Itoophiyaaf maal akeeka?

  5. 'Bakkan hojjedhutti gaafa namni naaf gaddu imimmaantu narra bahuu gaha'

  6. Dhukkubni tibbana Jiinkaatti mudateefi lubbuu galaafata jedhamee shakkame maali?

  7. Gaanfa Afrikaatti Ergamaan Addaa UN fi pirezidantiin Ertiraa Isaayyaas maal mariyatan?

  8. Itoophiyaan kora idil-addunyaa guddicha qopheessuusheetiin maal buufatti?

  9. Obbo Taayyee Danda'aa himatawwan lamaan bilisa jedhamuun tokkoon balleessaan itti murame

  10. Itoophiyaan kora idil-addunyaa hirmaattonni kuma 50 ol irratti argaman akka qopheessituuf filatamte

  11. Biyyoonni akka Itoophiyaatti mirga ulaa galaanaa gaafatan, kan itti milkaa'an jiruu?

  12. Walta'insi biyyoota Galaana Diimaa Itoophiyaa moggeesse shaakala waraana galaanaarraa eegale

  13. Hogganaan Qarcaashee Giruup, Israa'el Daggafaa, Landanitti badhaasa gurra guddaa qabu argatan

  14. Qorataan Seenaa Itoophiyaa tibbana boqotan Prof. Laaphisoon akkamiin yaadatamu?

  15. Ajjeechaawwan Godina Arsii ilaalchisee koreen dhimmicha qorachuuf garas imale maal hima?

  16. Dhaabbanni MIDROC 'humna daa'immanii qisaasuufi namoota butuun hojjachiisuusaaf' akkamiin otoo hin gaafatamiin hafe?

  17. Lammiilee alaa dabalatee namoonni faayinaansii biyyaalessaa irratti 'shira hojjetan' 112 to'ataman- Tika

  18. Poolisiin daa'ima gatamee argame harma hoosisuun lubbuu baraaran maal himu?