Sirna muudamaafi hundeeffama mootummaa haaraa Addabaabaayii Masqalaatti

Manni maree bakka bu'oota ummataa har'a Fulbaana 4, 2021 Itoophiyaa haaraan walgahiisaa jalqabaatiin Ministira Mummee waggoota ittaanan shananiif biyya bulchu muuduun bara hojiisaa eegala.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Itoophiyaan liqaa Chaayinaa doolaara bil 5.38 'hamma tahe' yuwaaniin kaffaluuf marii'ataa jirti

  2. Shawaa Lixaa Aanaa Noonnootti 'hidhattoonni Faannoo' namoota nagaa hedduu ajjeesan- Jiraattota

  3. Chaayinaan damee garaa garaan akkamiin addunyaa jijjiiruu dandeesse?

  4. Sirna Ayyaantotaa fi Waaqeffattootaa Harsadii irraa dhorkameefi fala hin arganne

  5. Holqi Soof Umar bakka dagatamee MM Abiyyiin yaadatame amma maalirratti argama?

  6. 'Nama ta'aa, namummaan haa dursu' - duree amantaa Islaamaa Muftii Haji Umar Idiriis eenyu?

  7. 'Abbaa malee hafne' - Lammilee Keeniyaa du'a MM duraanii Odingaa gaddaa jiran

  8. 'Hamaas namoota nagaa haleelun waliigaltee dhukaasa dhaabuu cabsuuf akka jedhu ragaa qabataman qaba' - US

  9. Maanguddoon Oromoo TikTok irratti qoosaa dhiyeessaniin jaalala horatan maal jedhu?

  10. Tibbana Itoophiyaan humna waraanaa adda tahe akkamii leenjisuu jalqabde?

  11. Itoophiyaan marii faayinaansii Waashingitan DC irraa maal buufatte?

  12. 'Saatii dheeraaf dhoqqee qotee ambulaansiin bahuu dinnaan taa'ee boo'e'

  13. Aanga'oonni Masrii dhimma Itoophiyaarratti maal mari'atan?

  14. Sirna Dhibaafannaa Ayyaantotaa fi dhibdee Hora Harsadii tibbanaa

  15. Waldhabdee naannolee Sumaalee fi Oromiyaa, Cinaaksanitti irra deddeebiin mula'atu maaf furmaata dhabe?

  16. Haadha ilmaan sadii baajaajii konkolaachisuun ijoolleeshee barsiifattu

  17. Mana hidhaatii hanga masaraa mootummaa: Qondaalli waraanaa fincila qeerroo Madagaaskariin aangoo qabate eenyu?

  18. Tigraayitti muddamni itti fufe: Warri karaa cufu eenyu?

  19. Dirree waraanaatti adamsuurraa hanga Masaratti simachuu Sharaa fi Puutiin falmii kaase

  20. Liqeessitoonni Itoophiyaa biyyattii 'seeraan' gaafachuu malla jedhan