Sirna muudamaafi hundeeffama mootummaa haaraa Addabaabaayii Masqalaatti

Manni maree bakka bu'oota ummataa har'a Fulbaana 4, 2021 Itoophiyaa haaraan walgahiisaa jalqabaatiin Ministira Mummee waggoota ittaanan shananiif biyya bulchu muuduun bara hojiisaa eegala.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Dhohiinsi volkaanoo Affaaritti kaleessa mudate hangam yaaddessaadha?

  2. Shaakala waraanaa tokkorraa biraatti darbuu Masrii duuba maaltu jira?

  3. Hidhattoonni 'Shanee' Benishaangulitti namoota 40 ol ajjeesuu jiraattonni himan

  4. 'Akkaataa hojiirra oolmaasaa malee hawaasa keenya tajaajiluu hin mormine' -Barattoota Yunivarsiitii

  5. Masriin hammi bishaanii hidha Abbayyaarraa gadhiifamu 'wal caaluu' himatte

  6. Dargaggeessa Itoophiyaa jireenya karaa gubbaa irra ka'ee UN'tti bakka bu'aa biyyoota hedduu ta'e

  7. Ijoollee dahuun umurii gabaabsuu danda'aa? Seenaan maal hima?

  8. Magaalaa Itoophiyaa haftee Pilaastikaa to'achuun badhaasa idil-addunyaa argatte

  9. Tigraay: Qorannoon yakkaa idil-addunyaa addaan cite akka eegaluuf waamichi dhiyaate

  10. Godina Guraagetti waa'ee taatee maatii tokko keessaa namoota torba galaafatee poolisiin maal jedhe?

  11. 'Oromiyaatti dargaggoonni hedduu dirqiin leenjii loltummaatti geeffamaa jiru'- maatiifi jiraattota

  12. Komiin manneen maree dhimmoota Islaamumma barnoota Gi'iiziif dambii uffannaa irratti qaban maali?

  13. Wal dhabdeen gaggeessitoota ABO furamee tokkummaan filannootti hirmaatuu?

  14. Poolisiin daa'ima gatamee argame harma hoosisuun lubbuu baraaran badhaafaman

  15. "Osoo na ajjeesanii wayya ture": Lola Itoophiyaatti dagatamee jireenya dubartootaa balleessaa jiru

  16. ABO fi KFO'n pireezidantii Naannoo Oromiyaa wajjin maal marii'achuu barbaadu?

  17. Pirezidaantiin Tanzaaniyaa intalasheefi soddaashee ministiirota gochuun muudde

  18. "Haakaroonni' sirna viizaa elektirooniksii Somaaliyaa butuu US fi UK akeekkachiisan

  19. Himannaa Itoophiyaan tokkummaa daangaa Eertiraan 'cabsite' fi ejjennoo Asab irratti ibsiteef Eertiraan deebii kennite

  20. 'Ulaa galaanaa yoo argachuu baanne waraanni jira' jechuu pirezidantii Yugaandaafi yaaddoo Keeniyaa