Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Aanaaleen Oromiyaa ergaan akeekkachiisa balaa kennameef isaan kami?

  2. Qondaalli duraanii Mossad akkaataa Israa'el hogganaa olaanaa Iraan itti basaasaa turte ifa godhe

  3. Qabxiilee 5 dhiibbaa waraanni Iraan jiruu idilee Itoophiyaanotaa irratti qabu

  4. Dhimmi MM Abiy Ministira Dhimma Alaa US Ruubiyoo waliin mari'atan maali?

  5. Raashiyaan waraana Iraanirraa karaa dippilomasii fi diinagdee buufachuu feeti

  6. Hawaasni fi dhaabbileen boba'aa ''qusannaa guddaadhaan'' haa fayyadaman jedhame

  7. Michoonni Iraan Chaayinaa fi Raashiyaan maaliif waraanaan Iraan hin tumsine?

  8. Ijoo

  9. 'Intalakoo bakka guddaatti utuun eegu wiilchariirratti najalaa hambisan'

  10. ''Haleellaa meeshaa jabaa'' Gadaamii keessa raawwateen maaltu ta'e?

  11. Meeshaaleen waraanaa US ittiin dhaadattuu fi Iraan ittiin haleelaa jirtu kan akkamiiti?

  12. Barsiisaan barattoota isaatiin 'prank' godhame balaa irra ga'een lubbuun darbe

  13. 'Waraanichi xumuramuu kan murteessu nuyi malee Ameerikaa miti'- deebii Iraan Ameerikaaf deebifte

  14. Hogganaa Olaanaa Iraan: Waraana, aangoofi qabsoo itti aanu

  15. Buufanni waraanaa Ameerikaa gurguddoon Baha Giddu Galeessaa keessa eessa jiru?

  16. Daandiin Qilleensa Itoophiyaa balalii saddeet maaliif dubartoota qofan balaliise?

  17. 'Ani akka gargaartuutti, abbaan warraakoo akka shofeeraatti waliin daldallee sooromne'

  18. Kooriyaa hanga Koongoo: Dubartii Oromoo loltoota Ameerikaa du'a oolchite - Aster Ayyaanaa

  19. Pirezidantiin Iraan maaliif dhiifama gaafatan?