Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Biyyoonni Galoo Galaanaa michoota US ta'an daafoo haleellaa Iraaniin goolamaa jiru

  2. Iraan yoo Ulaa Hormuz cufte addunyaarratti dhiibbaa akkami uuma?

  3. Ergamni US-Israa'el Ali Kaamenii ajjeesuu ji'ootaaf karoorfamaa ture akkamiin milkaa'e?

  4. Israa'el Baha Giddu-galeessaa akkamii uumuu barbaaddi?

  5. Niwu Yoorkitti baqataa qaro-dhabeessi aangawoota immigireeshiniin gatamee du'ee argame

  6. US-Iraan: Masaanonni US Teehraan waliin ni dhaabbatuu?

  7. Haaloo bahiinsi Iraan ittisa humna qilleensaa US gaaffii keessa galchaa jira

  8. Israa'el erga hundooftee waggaa 100 hin guutne attamiin humna cimaa ijaarratte?

  9. Iraan fi Israa'el maaliif akkanaan diina waliif ta'an?

  10. 'Haleelaan US fi Israa'el Ayatolaa Alii Kameenii dabalatee gaggeessitoota Iraan olaanoorratti kan xiyyeeffatedha'

  11. Haleellaa US fi Israa'el Iraan irratti banan ilaalchisee hanga ammaa kan beeknu

  12. Nukilarri Iraan sadarkaa maalirratti argama? Ammallee yaaddoodhaa?

  13. Seenaa Iraan biyya Shi'aa: Bara Peershiyaa jedhamtu irraa hanga har'aatti

  14. Dargaggeessa Oromoo mana hidhaa taa'ee baratee amma saayintistii addunyaa ta'e- Imala Dr. Jiinenus Fiqaaduu

  15. Dhimma Obbo Taayyeen walqabatee hogganaan mana sirreessaa akka dhiyaatan manni murtii irra deebiin ajaje

  16. Dubartiin turtiin hawaarraa waa'ee Dachee hedduu ishee barsiise himti

  17. MM Abiy daawwataa kan jiran, Azarbaajaan, biyya akkamiiti?