Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. IJOO

  2. Tajaajila bishaan dhugaatii magaalaa Garba Gurraachaa eenyutu adda kute?

  3. 'Hidhi [Haaromsaa] Itoophiyaan ijaarte rakkoo guddaa Masiriitti uumaa jira - Tiraamp

  4. Somaaliilaand Israa'el irraa beekamtii argachuun booda Yeruusaalemitti embaasii banatte

  5. Tehraan waliigaltee akka mo'ichaatti beeksifattus lammiilee Iraaniif garuu waan murteessaadha

  6. Liyonel Meesiin Aljeeriyaa irratti galchii sadii galchuun rikardii cabse

  7. Gareen qindaa'e Waayit Haawusitti Tiraamp fi aanga'oota olaanoo US haleeluuf karoorsuu FBIn ibse

  8. IJOO

  9. FIFAn akkamiin Waancaa Addunyaarraa galii dolaara biliyeenaan lakkaa'amu sassaaba?

  10. Tigraayitti hojiirraa, daandii fi mana jireenyaatii waraanaaf nama guuruun yaaddoo uume

  11. IJOO

  12. Tiraamp Jimaata dursee qabxiilee waliigaltee US fi Iraan ifoomsuu danda'a- Vaans

  13. Xiyyaarri waraanaa Ameerikaa caccabee hojjettoota Booying dabalatee namoonni saddet du'an

  14. Waliigalteen Iraan Netaaniyaahuuf dhiphuu siyaasaa itti taha

  15. Abbaan Gadaa Tuulamaa haaraan karoora isaanii, nageenya Oromiyaa fi kaan dubbatan

  16. US fi Iraan maalirratti waliigalan, maaltu hafa?

  17. Waloo Jaarsoo Waaqoo: 'Namni kun osoo Oromoo fi Oromiyaaf boowuu itti wareegame'

  18. IJOO

  19. Pireezidantiin Somaaliilaand daawwannaa hojii jalqabaan Israa'el galan

  20. Fifa'n murteessaa kubbaa miilaa Somaalii kaffaltii Waancaa Addunyaa guutuu isaa kennuufi