Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Bulchiinsi Tiraamp godaantonni Ameerikaa keessa taa'anii giriin kaardii iyyataa jiran biyyaa akkaa bahan murteesse

  2. Ji'oota sadi, Tiraamp waraana Iraan keessatti mo'amaa jiraa?

  3. Dorgommii waraana roobootii biyyoota gidduutti gaggeeffamu yaaddessaa ta'e

  4. Afaan namni hundi dubbatu- kubbaan miillaa akkamiin addunyaa jijjiire?

  5. Itoophiyaan ulaa galaanaa akka hin arganneef Masiriin marsitee qoccolaa jirti- Ministira Dhimma Alaa

  6. 'Maatiikootti ergan ajjefame itti himamuu wayya' - Lammiilee Itoophiyaa Sa'udiitti du'a eeggataa jiran

  7. Ameerikaan loltoota 5,000 ol gara Poolaanditti erguufi - Tiraamp

  8. Kuubaan Ameerikaaf yaaddoo nageenyaa biyyaalessaati jedhan Ruubiyoon

  9. IJOO

  10. Gaafa narraa fuudhan akka nama ilmoo kiyya kennetti natti dhagahame-Hamziyyaa Abdulqaadir

  11. Gamtaan Awurooppaa dhorkaa viizaa Itoophiyaarra kaa'ee ture kaase

  12. Gareen 'warreen fonqolcha mootummaan aangoo qabatan baasnee Maqalee galla' jedhu eenyu?

  13. Tiraamp gaaffii biyyoota Galoo-galaanaan haleellaa Iraan haaraa yeroof haquu hime

  14. Yeroo waraana Iraan, Paakistaan jeettota waraanaa fi loltoota kumaatama Sa'udiif ergiteetti- Maddeen

  15. Xiyyaara J-10C: Xiyyaara waraanaa Chaayinaa balaa guddaa qaqqabsiisu

  16. IJOO

  17. Waliigaltee Masirii fi Eertiraan dhimma Galaana Diimaa irratti walii mallatteessan maal qabata?

  18. Tiraamp yeroon 'gahaa jira' jechuun Iraaniin akeekkachiisan

  19. Ameerikaatti jeettiiwwan waraanaa agarsiisarra turan lama walitti bu'an