Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. UN daldala garbaa 'yakka hunda caalaa hamaa dhala namaarratti raawwate' jechuun beekamtii kenne

  2. Yuunivarsiitiin 'AI' akka addunyaatti 2ffaa ta'u Itoophiyaan eegaluuf jettu maali?

  3. Karoorri nagaa Tiraamp 15'n waraana dhaabuuf baasaniifi Iraan mormitu maali?

  4. Filannoo darberratti Finfinneetti Badhaadhina bakka bu'uun filataman keessaa dhibbentaa 60 ol kan biroon bakka buufaman

  5. Warra Oromiyaa keessatti filannoorratti hirmaanna jedhan hin tuqnu, garuu filannichi 'fakkeessuudha' - WBO

  6. US loltoota dabalataa kumaatamaan lakkaa'aman Baha Giddugaleessaatti ergufi

  7. Abdiin marii Ameerikaafi Iraan Netaaniyaahuu yaaddessaa?

  8. US fi Iraan waraana dhaabuuf maaltu gufuu itti ta'a?

  9. Waa'ee Filannoo Itoophiyaa marsaa 7ffaa hanga ammaa waan beeknu

  10. Hoggantoota olaanoo Iraan 20 guyyoota 20 keessatti ajjeefaman

  11. Iraanirratti ejjennoon Tiraamp kami: Marii, dippilomaasiimoo doorsisa?

  12. Biyyoota Galoo Galaanaa maaltu haaloo bahuuf isaan kakaasuu danda'a?

  13. Humni waraanaa addaa mootummaa Iraan jalatti aangoo tiksu 'Baasij' maali?

  14. Biyyoota waraanni Ameerikaa itti duuletti maal maaltu ta'e?

  15. Rakkoo waraanni Iraan Chaayinaafi fedhiisheerratti uume

  16. Daandii qaxxaamuraa Tiraamp Iraan irratti tarkaanfii cimaa fudhachuuf qarqara irra gahe