Suurawwan ajaa'ibo Finfinnee ammaa agarsiisan

Manneen waliini gidduu hadhaafi daa'ima karaa ce'aa turan.
Maxxanfame

Bifa Finfinnee amma galeemmeesse ka'uuf kan karoorfate feestivaalli suuraa "Kaapichar Addis" yookin Finfinne suuraa haakaafnu jedhamu ramaddii sadiin suuraawwan sadii filatamanii badhaafamaniiru.

Feestivala kana irratti suuraalee ajaa'iba kana daawachuuf namoota carraa hin arganneef suuralee filatamoon kunooti.

Ramaddii Tokkoffaa: Ogeessa Suuraa

Suuraa nama karaa qaxxaamuruu
Ibsa waa'ee suuraa, Suuraalee Amaanu'eel Tsagayee ramaddii ogeessa suuraan injifate keessaa kun tokko
Hojjatoota kuusaa kosii irra hojjetan
Nama barmeela bira hojjetu
Ibsa waa'ee suuraa, Toora barmeelaa
Kuduraalee tooraan naqaman
Ibsa waa'ee suuraa, Toora Kuduraalee

Ramaddii Lammaffaa: Dorgommii Jiraattota Hundaa

Manneen waliini gidduu hadhaafi daa'ima karaa ce'aa turan.
Suuraa geejjibaa baaburaa magaalaa finfinnee
Nama raafuu mataatti baatee adeemuu
Namootaa atoobisiirratti meeshaa fe'an

Ramaddii Sadaffaa: Gorgommii Diploomaatotaa

Dubartii suuqii keessa dhaabbatte jirtu
Ibsa waa'ee suuraa, Suuraalee injifataa ramaddii diploomataa Jeef Le Kaardiit keessaa kun tokko
Suuraa istaadiyeemii Finfinnee fi maagaalatti gariin agarsiisu
Ibsa waa'ee suuraa, Istaadiyeemii Finfinnee
Harree taaksii bira dhaabbattee jiru