Sirna muudamaafi hundeeffama mootummaa haaraa Addabaabaayii Masqalaatti

Manni maree bakka bu'oota ummataa har'a Fulbaana 4, 2021 Itoophiyaa haaraan walgahiisaa jalqabaatiin Ministira Mummee waggoota ittaanan shananiif biyya bulchu muuduun bara hojiisaa eegala.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Akeekkachiisa WFP - Baqattoota Itoophiyaa balaan beelaa mudachaa jira

  2. ABO-WBO, gaaffii biyyaalessaa Itoophiyaan kaastu ulaa galaanaa irratti ejjennoo akkamii qaba?

  3. Waggootaaf dukkaana keessa jiraachaa hanga ummata dheebuu baasuu-Inj. Miliyoon Baqqalaa

  4. Ertiraafi TPLF himannaa Itoophiyaa "waraana labsuuf waliin hojjachaa jiru'' jedhu haalaan

  5. Diplomatic Passport maali? Faayidaa akkamii namaa kenna?

  6. 'Itoophiyaafi Ertiraan waraanatti galuuf carraa xiqqaatu jira' - Asaffaa Abrahaa

  7. 'Ertiraafi TPLF Itoophiyaarratti waraana banuufi'- Mootummaa Itoophiyaa

  8. Badhaasawwan Noobeelii falmisiisoo kana dura kennaman jaha

  9. Irreecha baranaatiin Birriin Biliyoona 10tti tilmaamamu socho'eera

  10. Baankiin Addunyaa Itoophiyaa dabalatee guddinni dinagdee biyyoota Afrikaa Sahaaraan gadii akka dabalu hime

  11. 'Safaricom Itoophiyaatti maamiltoota miliyoonaan horatus galii dhabe'- Baankii Addunyaa

  12. Qondaalli Ertiraa yaa'ii UN irratti haasaa Isaayyaas Afawarqii mufachiise dubbatan

  13. Kalaqa ganna kudhan booda milkaa'ee abdii biyyaa ta'e: Simboonaa Afrikaa 'Healthcare'

  14. Dhimma ulaa galaanaa fi rakkoo nageenya biyya keessaarratti Pirezidant Taayyeen maal jedhan?

  15. Ameerikaan dizaayinii saantima doolaara tokkoo kan fuula Tiraamp qabu ibsite

  16. Tiraamp mariisistoonni marii nagaa Gaazaa murteessa ta'e hatattamaan akka jalqaban gaafatan

  17. Qonna Itoophiyaa araada xaa'oon qabamee fi fedhii dabalaa dhufe Daangooteen furuu malaa?

  18. Irreecha Hora Harsadee suuraan

  19. Itoophiyaan himannaa Masriin ''Hidhi Haaromsaa Sudaanitti balaa lolaa uume'' jechuun dhiheessite kuffiste

  20. Deebiin Hamaas waliigaltee Gaazaa irratti kenne murteessaa tahus- qabxiileen hafan jiru