Sirna muudamaafi hundeeffama mootummaa haaraa Addabaabaayii Masqalaatti

Manni maree bakka bu'oota ummataa har'a Fulbaana 4, 2021 Itoophiyaa haaraan walgahiisaa jalqabaatiin Ministira Mummee waggoota ittaanan shananiif biyya bulchu muuduun bara hojiisaa eegala.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Kongireensii Federalawaa Oromoo fi ABO-WBO Marii Biyyaalessaa gaggeeffamaa jiru irratti maal jedhan?

  2. TPLF mootummaa federaalarraa of ittisuuf humnoota garaa garaa wajjin tokkummaa tolfadhe jedhe

  3. Poolisiin Federaalaa namoota yakka daddabarsa namaan godaantota 60 du'aaf saaxilan jedhe 17 to'achuu beeksise

  4. Jilli US ministaroota Masrii, Somaaliyaa fi Ertiraa waliin Kaayirootti maal mari'ate?

  5. Buufanni Asab akkamiin waggoota 30tti siqaniif onee hafe?

  6. Masrii fi Ertiraan Galaana Diimaa 'seeraan ala to'achuuf' yaalii taasifamu balaaleffatan

  7. Komishiniin Marii Biyyaalessaa marii eegaluuf ''danqaan'' na hin mudanne jedhe

  8. Jeneraal Taaddasaa Warradaa 'hidhaa mana keessaarra' jiruu?

  9. Bulchiinsi Itoophiyaa Sirna Paarlaamaa irraa gara Sirna Pirezidaantummaatti jijjiiramuuf jiraa?

  10. Heerri Itoophiyaa fooyya'uufii?

  11. Jen. Tsaadqaan fa'i dhimma Tigraay irratti Finfinneetti hiriira bahuufi

  12. Badhaadhinni Marii Biyyaalessaarratti maal dhiheessa?

  13. Keeniyaan gaaffii Raastafariyaanoonni 'gaanjaa' dhimma amantiif fayyadamuu kuffiifte

  14. MM Abiy heerri Itoophiyaa fooyya'uu akka danda'u akeekan

  15. ''Yaaddoon nu fixe'' - Barattoota kutaa 12ffaa Tigraay muddaman

  16. Hirmaattonni marii biyyaalessaa kumni afur akkamiin ajandaawwan irratti marii'atu?

  17. Biyyoota Afrikaa mootummaa abbaa irreen bulan kanneen beektuu?

  18. Hogganaa Humna Addaa Sudaan (RSF) Hamdaan Dagaaloo duuti itti murame

  19. Masuud Pezeeshkiyaan: Ispeeshaalistii waldhaansa baqaqsanii yaaluu onnee, Pirezidaantii Iraan

  20. Itoophiyaan waa'ee lammiilee Sa'udiitti duuni itti murtaa'eerratti 'mariirra' jirti