Sirna muudamaafi hundeeffama mootummaa haaraa Addabaabaayii Masqalaatti

Manni maree bakka bu'oota ummataa har'a Fulbaana 4, 2021 Itoophiyaa haaraan walgahiisaa jalqabaatiin Ministira Mummee waggoota ittaanan shananiif biyya bulchu muuduun bara hojiisaa eegala.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. KFOn waa'ee filannoo Itoophiyaa maaliif callise?

  2. Falmattuu Sabaa: Qabsooftuu jabduu achi buuteenshee dhabamee maatiin balbala eegaa hafan

  3. Daa'ima waraabessi ciniinee ijji jaame wal'aansa baqaqsanii yaaluun lubbuun hafe

  4. UN daldala garbaa 'yakka hunda caalaa hamaa dhala namaarratti raawwate' jechuun beekamtii kenne

  5. Yuunivarsiitiin 'AI' akka addunyaatti 2ffaa ta'u Itoophiyaan eegaluuf jettu maali?

  6. Filannoo darberratti Finfinneetti Badhaadhina bakka bu'uun filataman keessaa dhibbentaa 60 ol kan biroon bakka buufaman

  7. Warra Oromiyaa keessatti filannoorratti hirmaanna jedhan hin tuqnu, garuu filannichi 'fakkeessuudha' - WBO

  8. US loltoota dabalataa kumaatamaan lakkaa'aman Baha Giddugaleessaatti ergufi

  9. Waa'ee Filannoo Itoophiyaa marsaa 7ffaa hanga ammaa waan beeknu

  10. Dhuguma akkaataa gosa dhiiga keenyaatiin soorata filannee nyaachuu dandeenyaa ?

  11. Gondor Kibbaatti haleellaa hidhattoonni Faannoo raawwataniin aanga'oonni ajjeefamuu bulchiinsi godinichaa beeksise

  12. 'Bakka isaan dhokatan seenna': IS Somaaliyaa keessaa buqqifna

  13. Namoota 200 ol naannoo Somaaleetii baqatanii Moyyaalee qubatan maaltu mudate?

  14. Liinaa Wayyuu: Barattuu qaxalee badhaasawwan sadi injifattee carraa hojiis argatte

  15. Baankiin Addunyaa pirojektii Itoophiyaa waliin walqabatee kaampaanota sadi dhorke

  16. Mariin MM Abiy waraana keessa bulchitoota Arabaa waliin godhan maal hima?

  17. Baajatni Peentagon waraana Iraaniif gaafate falmisiisaa ta'e

  18. Itoophiyaanonni viizaa Ameerikaa argachuuf hanga dolaara kuma 15 akka qabsiisan gaafatamuuf

  19. Dubartiin daa'immanshee lakkuu laga Waabeetti gatuun reeffisaanii akka hin argamne goote adabamate

  20. MM Abiy pirezidantii Raashiyaa Puutin waliin dhimmoota waloorratti mariyachuu himan