Sirna muudamaafi hundeeffama mootummaa haaraa Addabaabaayii Masqalaatti

Manni maree bakka bu'oota ummataa har'a Fulbaana 4, 2021 Itoophiyaa haaraan walgahiisaa jalqabaatiin Ministira Mummee waggoota ittaanan shananiif biyya bulchu muuduun bara hojiisaa eegala.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Itoophiyaan kora 39ffaa Gamtaa Afrikaarraa maal buufatte?

  2. 'Itoophiyaan Maandeellaa leenjisuun ishee bu'uura michummaa keenyaati'- Afrikaa Kibbaa

  3. Yaa'ii Gamtaa Afrikaaratti Gutareez fi Abiy yaaddoo fi abdii jirurratti dubbatan

  4. 'Naannoo Amaaraatti hojjettoonni Fayyaa miidhamaa jiru'- WHO

  5. Itoophiyaatti gaa'ila ijaaruuf leenjiifi waraqaan ragaa dhuguma dirqama ta'uufii?

  6. Ajjeechaa daa'imman lakkuu hordofee haati akkamiin hidhaa waggaa 23'n adabamte?

  7. Arsiitti namoonni gareen daa'ima ugguruun birrii gafatan adabaman

  8. Obbo Taayyee Danda'aa maaliif dhaddacharraa hafan?

  9. 'Dubartiin maqaafi gochaan Caaltuu' akkamitti akka yunivarsiitii caalutti barachuurra geesse dubbatti

  10. Dureewwaniifi dippilomaatonni biyyoota garagaraa booda kana maaliif gara Itoophiyaa marmaaruu baay'isan?

  11. Tibba kana Dabra Taaboor keessatti maaltu mudate?

  12. Kiim Joong Uun aangoo intalasaatti dabarsuufi- Seehul

  13. Itoophiyaan kaardii herregaa kaffaltii idiladdunyaa raawwachuuf gargaaru eeyyamte, akkamiin hojjeta?

  14. 'Mucaan koo jaallatamtuun akkamiin ofirratti murteessite?' - Abbaa intala dhiibbaa TikTok'n of ajjeestee

  15. 'Kan wal lolaa jirru TPLF fi Shaabiyaa waliini' -Mootummaa naannoo Amaaraa

  16. 'Biyyoota malaammaltummaan itti hammate keessaa, Itoophiyaan foyya'iinsa argamsiiste'-Gabaasa

  17. UAEn humna addaa Sudaan (RSF) deeggarti himannaa jedhu waakkatte

  18. Arsiitti bakakkaan bonaan loon dallaa tokko fixe

  19. Maanguddoon waggaa 78 haadha warraa 23 fuudhan waa'ee gaa'elasaanii maal himu?

  20. Buufatni Poolisii 'Ismaart' Afrikaatti kan jalqabaa ta'uun Finfinneetti baname maali?