Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Sirna muudamaafi hundeeffama mootummaa haaraa Addabaabaayii Masqalaatti

Manni maree bakka bu'oota ummataa har'a Fulbaana 4, 2021 Itoophiyaa haaraan walgahiisaa jalqabaatiin Ministira Mummee waggoota ittaanan shananiif biyya bulchu muuduun bara hojiisaa eegala.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Itoophiyaafi Ameerikaan dhimmoota ijoo sadiirratti waliigaltee mallatteessan

  2. Abbaan ijoollee jaha haati warraa qaama saalaa irraa muran maal jedhu?

  3. Biyyoota Afrikaa Sahaaraa gadii 10 bay'inaan meeshaa waraanaa alaa galchan

  4. Godina Shawaa Lixaatti konkolaataan akkamiin namoota 18 galaafate?

  5. Namichi Aadde Adaanach Kumsaa 'ajjeesuun bineensa nyaachise' to'atamuu poolisiin beeksise

  6. Wal himannaa Itoophiyaafi Sudaan booda Ameerikaan waamicha taasiste

  7. Qoqqobbiiwwan Ameerikaan Ertiraarra keessee turte kan akkamiiti? Addatti eenyufaa ilaallata?

  8. Askum 'Magaalaa Qulqullittii' jedhee moggaasuun seerota kana ibsan baasuu Sinoodoosiin Tigraay ibse

  9. 'Pirezidantii lama Tigraayitti' - TPLF si'achi maal godha? Mootummaan maa callise?

  10. Poolisiin Itoophiyaa invastara beekamtuu yakka jabaan shakkee barbaaduu eegale

  11. Aangoon Bulchiinsa Yeroo Tigraay ''humnaan fudhatamaa'' jira - L/T Taaddasaa

  12. Gujiitti ogeessi fayyaa namni inni wallaanu du'uutti gaabbuun of ajjeesee?

  13. Dirribee Gadaa: Diddaa barattoota Garba Gurraachaa, hidhaa Maa'ikalaawii hanga Ameerikaa

  14. TPLF himata mootummaa federaalaa 'naannicha gooluuf waraana Sudaan waliin tumsaa jira' jedhuuf deebii kenne

  15. US fi Iraan waraana kana xumuruuf dhihaataniiruu?

  16. US qoqqobbiiwwan Ertiraa irraa kaasuuf akka jirtu sanadi keessoo mootummaa biyyattii mul'ise

  17. Jawwee hanga Waraabeessaa bineensota hamoo madaksee kan waliin jiraatu- Lij Yaared

  18. Manni Maree Tigraay diigamee ture Dabratsiyooniin Pirezidantii gochuun muude

  19. Itoophiyaan himannaa Sudaan dirooniin Itoophiyaarraa ka'e Kaartuum haleele jechuun dhiheessite kuffiiste

  20. Bulchaan Maalii bakka ministira ittisaa tibbana ajjeefameetti of muude