Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Sirna muudamaafi hundeeffama mootummaa haaraa Addabaabaayii Masqalaatti

Manni maree bakka bu'oota ummataa har'a Fulbaana 4, 2021 Itoophiyaa haaraan walgahiisaa jalqabaatiin Ministira Mummee waggoota ittaanan shananiif biyya bulchu muuduun bara hojiisaa eegala.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. IJOO

  2. Sababoota namoonni akka of ajjeesan taasisaniifi mallattoolee qalbeeffachuu qabnu

  3. Raayyaan Ittisa Biyyaa dhimma 'Tsimdoo' ilaalchisee hawaasa dippilomaasii Finfinnee jiruuf ibsa kennuu hime

  4. Itoophiyaan ulaa galaanaa akka hin arganneef Masiriin marsitee qoccolaa jirti- Ministira Dhimma Alaa

  5. 'Maatiikootti ergan ajjefame itti himamuu wayya' - Lammiilee Itoophiyaa Sa'udiitti du'a eeggataa jiran

  6. Gaafa narraa fuudhan akka nama ilmoo kiyya kennetti natti dhagahame-Hamziyyaa Abdulqaadir

  7. Gamtaan Awurooppaa dhorkaa viizaa Itoophiyaarra kaa'ee ture kaase

  8. Gareen 'warreen fonqolcha mootummaan aangoo qabatan baasnee Maqalee galla' jedhu eenyu?

  9. IJOO

  10. Waliigaltee Masirii fi Eertiraan dhimma Galaana Diimaa irratti walii mallatteessan maal qabata?

  11. MM Abiy waa'ee warshaa xaa'oo Itoophiyaafi biiliyeenarri Afrikaa Aliikoo Daangootee ijaarsisaa jiranii maal jedhan?

  12. Mariin Biyyaalessaa kan gaggeeffamaa jiruuf yeroo aangoo gaggeessaa biyyaa 'daangessuufi'- MM Abiy

  13. Haleellaa hidhattootaan Matakkal keessatti raawwateen namoonni 30 ajjeefaman

  14. Barri aangoo pirezidantii Somaaliyaa dhumuu hordofee muddama biyyattiitti dhalataa jiru

  15. Namichi sobaan 'dabballee ABO Shaneeti' jedhee hiriyaasaa hiisise hidhaa cimaan adabame

  16. Atileetonni utuu shaakalarra jiranuu wanti du'aaf isaan saaxilu maali?

  17. Ameerikaan qoqqobbii waraanaa Itoophiyaarra keessee turte kaafte

  18. Ameerikaan qoqqobbii Ertiraarraa kaasuun gaaffii inni kaasu

  19. Ob. Zagayyee Asfaaw: Hayyuu Qonnaan bulaa ciisanyummaa baasee abbaa lafaa taasise

  20. Hogganaan Pireesii Bulchiinsa Yeroo Tigiraay hidhamuu BBC'n mirkaneesse