Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Sirna muudamaafi hundeeffama mootummaa haaraa Addabaabaayii Masqalaatti

Manni maree bakka bu'oota ummataa har'a Fulbaana 4, 2021 Itoophiyaa haaraan walgahiisaa jalqabaatiin Ministira Mummee waggoota ittaanan shananiif biyya bulchu muuduun bara hojiisaa eegala.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. 'Namni kaansarii dhukkubsate biyya isaa keessatti, firoota isaa gidduutti yaalamuu qaba' - Leellisee Dhugaa

  2. TPLF aangoo MM Abiy naaf kenne akka hin fudhanne naan jedhe -Jen. Taaddasaa Warradaa

  3. 'Irbuun Shinnigaa' maali? Qabsoo Oromoo keessatti bakka akkamii qaba?

  4. Konkolaataan elektirikii Itoophiyaan ijarra buufatte carraafi rakkoo akkamii qaba?

  5. Tiraamp suuraa Iyyeesus isaan fakkeessu dhoobaniifi falmii kaase maali?

  6. Maanguddoon Roobeetti 'booksiifi dhiitichoo' daboo irraa hafan amma maalirra jiru?

  7. Poop Liyoon 'sodaa Tiraamp hin qabu' jedhan

  8. Tiraamp Ulaa Hormuuz cufuuf doorsisuun yaaddoo balaa dabala malee rakkoo jiru hin furu

  9. Atileet Misgaanaa Waaqumaa Itoophiyaarra darbee Afrikaaf seenaa haaraa hojjete

  10. Pireezidantiin Jibuutii sagalee uummataa %97'n marsaa jahaaf filannoo mo'atan

  11. Aangoon Taaddasee dheereffamuun "seera-qabeessa" ta'uu Waajirri Ministira Muummee BBCf ibse

  12. TPLF MM Abiy muudama L/J Taaddasee dheeressuu morme, maal akeeka?

  13. Barsiistuun daandiirratti kuduraafi muduraa gurguraa turan eessa gahan?

  14. Torbee 'Dhukkubbii' amantoonni Ortodoksii sagadaafi gad-ofqabuun itti dabarsan

  15. Itoophiyaan biyyoota kamirraa boba'aa galfatti, hirkattummaa keessaa akkamiin baati?

  16. Itoophiyaan misooma koriidarii dabalatee muuxannoo misooma magaalaa Afrikaaf qoodde

  17. MM Abiy aangoo Pirezidantii Bulchiinsa Yeroo Tigraay waggaa tokkoon dheeressan

  18. Waraanni Iraan Itoophiyaa dabalatee Afrikaaf 'balaa hamaa' fidaa jiru maali?

  19. 'Soodareen cufamuusaatiin birrii bil. 3 kasaarre' - Dinquu Dayyaasaa

  20. Gara zoonii dinagdee damee hedduutti kan guddate Zooniin Dinagdee Addaa Gadaa erga hundaa'ee maal buuse?