Suuraawwan ajaa'ibsiisoo Afriikaa: Hagayya 24-30 , 2018

Maxxanfame

Suuraawwan filatamoo Afrikaanota Afriikaa keessaa fi Afrikaan alaa kan torbee kanaa.

Masirii ganda al-Giizaa keessatti wayita mucayyoon maangoo kuttu, Wiixata, Hagayya 27, 2018
Ibsa waa'ee suuraa, Masirii ganda al-Giizaa keessatti wayita mucayyoon waggaa saddeetii maangoo kutattu, Wiixata darbe....
Masirii ganda al- Giizaa keessatti Qonnaan bulaa maangoo bira taa'ee jiru.
Ibsa waa'ee suuraa, Qonnaan bulaan kun muduraalee mukarraa ciraman utuusaan saamsaminii gurgurtaaf hin qophaa'in bira taa'ee adda baasaatti jira.
Ministirri Muummee Biriteen wayita Pirezidaantii Naayijeeriyaa dubbisan, Roobii, Hagayya 29, 218, Abujaatti.
Ibsa waa'ee suuraa, Ministirri Muummee Biriteen wayita Pirezidaantii Naayijeeriyaa dubbisan, Roobii, Hagayya 29, 218, Abujaatti.
Miseensota jila Namiibiyaa, kan sirna haftee reeffa namoota wayita sirna kolonii Jarmanii gocha sanyii balleessuutiin dhumanii deebisuurratti argaman, Roobii, Hagayya 29,2018.
Ibsa waa'ee suuraa, Miseensota jila Namiibiyaa, kan sirna haftee reeffa namoota wayita sirna kolonii Jarmanii gocha sanyii balleessuutiin dhumanii deebisuurratti argaman, Roobii, Hagayya 29,2018.
Gareewwan wal qoollifatoon lameen, deggertoonni Paalastaayin fi Kan Israa'el , Afriikaa Kibbaa, magaalaa Keeppitaawon , fuula dura paarlaamaa biyyattiiti Jimaata, Hagayya 24,1028 hiriira ba'an.
Ibsa waa'ee suuraa, Paarlaamaa Afriikaa fuulduratti deggertoonni Paalastaayin fi kan Israa'eel bakka tokkotti hiriira nagaa ba'an.
Sagantaa baqattoota Ameerkaa walitti fiderratti dubartiin Democratic Republic of Congo irraa dhufte tokko yeroo jalqabaaf garba keessa ejjette, Kibxata, Hagayya 28, 2018.
Ibsa waa'ee suuraa, Sagantaa baqattoota Ameerkaa walitti fiderratti dubartiin Democratic Republic of Congo irraa dhufte tokko yeroo jalqabaaf garba keessa ejjette, Kibxata, Hagayya 28, 2018.
Atileetiin Afriikaa Kibbaa fulaa 'Port Elizabeth' jedhamutti dorgommii 'Ironman' kan ji'a dhufu dorgomamuuf shaakala gochuuf wayita qophaa'u, Kamisa, Hagayya 30, 2018.
Ibsa waa'ee suuraa, Atileetiin Afriikaa Kibbaa fulaa 'Port Elizabeth' jedhamutti dorgommii 'Ironman' kan ji'a dhufu dorgomamuuf shaakala gochuuf wayita qophaa'u, Kamisa, Hagayya 30, 2018.
Magaalaa Tuuniziyaa, Tuunis keessatti dubartoonni wayita ulfaatinasaanii of madaalan. Kamisa ,Hagayya 30, 2018.
Ibsa waa'ee suuraa, Magaalaa Tuuniziyaa, Tuunis keessatti dubartoonni wayita ulfaatinasaanii of madaalan. Kamisa ,Hagayya 30, 2018.
Iddoo gataa caccabaa sibiilaa 'Aglogbloshi' jedhamu kan Gaanaa Magaalaa Akraa keessatti argamutti gurbaan kun sibiila fedhu barbaadaa jira, Wiixata, Hagayya 27, 2908.
Ibsa waa'ee suuraa, Iddoo gataa caccabaa sibiilaa 'Aglogbloshi' jedhamu kan Gaanaa Magaalaa Akraa keessatti argamutti gurbaan kun sibiila fedhu barbaadaa jira, Wiixata, Hagayya 27, 2908.
Iddoo gataa caccabaa sibiilaa 'Aglogbloshi' jedhamu kan Gaanaa Magaalaa Akraa keessatti argamutti namoonni meeshaalee elektirikii guban. Wiixata, Hagayya 27, 2018
Ibsa waa'ee suuraa, Keebiloonni wayita gubatan meeshaalee gati qabeessa kan deebi'anii hojjiirra oolantu keessaa argamu.
Yugaandaa magaalaa Kampaalaa keessatti dargaggoonni wayita Akrobaatii hojjetan, Sanbata, Hagayya 25, 2018.
Ibsa waa'ee suuraa, Yugaandaa magaalaa Kampaalaa keessatti dargaggoonni wayita Akrobaatii hojjetan, Sanbata, Hagayya 25, 2018.
Dorgommii fiigicha re'ootaa fi fardeenii kan Yugaandaa magaalaa Kampaalaatti geggeeffame, Dilbata, Hagayya 25, 2018.
Ibsa waa'ee suuraa, Dorgommii fiigicha re'ootaa fi fardeenii kan Yugaandaa magaalaa Kampaalaatti geggeeffame, Dilbata, Hagayya 25, 2018.
Dubartii ofee ka'aa jirtu, Yugaandaa magaalaa Kampaalaa keessatti. Sanbata , Hagayya 25,2018.
Ibsa waa'ee suuraa, Dubartii ofee ka'aa jirtu, Yugaandaa magaalaa Kampaalaa keessatti. Sanbata , Hagayya 25,2018.
Wayita Pirezidaantiin Zimbaabwee Emmersan Mnangagwa wayita kakuu seenan dubartiin kun 'vuvuzela' afuufaa turte, Dilbata, Hagayya 26, 2018.
Ibsa waa'ee suuraa, Wayita Pirezidaantiin Zimbaabwee Emmersan Mnangagwa wayita kakuu seenan dubartiin kun 'vuvuzela' afuufaa turte, Dilbata, Hagayya 26, 2018.
Naayiroobii Masaraa biyyaalessaatti loltuun Keenyaa kun alaabaa buusaa jira, Kamisa ,Hagayya 30, 2018.
Ibsa waa'ee suuraa, Daawwannaan Ministira Muummee Biriiteen Tireezaa Meeyi erga xumuramee booda Loltuun Keenyaa kun alaabaa buusaa jira, Naayiroobii, Masaraa biyyaalessaa.

Suuraaleen AFP, EPA, Getty Images, PA fi Reuters