Waggaa meeqa jiraattu?

Maxxanfame

Umurii giddugaleessaan nami tokko jiraatu sadarkaa addunyaatti dabalaa jira. Namootni 2008'tti dhalatan, namoota waggaa 25 dura dhalatan irra gidduugaleessaan ganna dabalataa 7 jiraatu.

Unka gaaffii armaan gadii irratti biyyaa fi saala galchuun daangaa umurii keessanii ilaalaa mee.

Jiddugalaan umuriin jireeenyaa sadarkaa addunyaatti 72-kunis dhiiraaf waggaa 72 fi dubbartootaaf 75. Haata'u malee, umuriin jijjiramatu jira. Fakkeenyaaf, namni umuriin waggaa 69 tarii waggaa 17 kan biraa akka jiraatu eegama.

Viidiyoo Gaggabaaboo darbi itti fufi

Viidiyoo Gaggabaaboo

  • Waa'ee haleellaa hidhattoota Huutii Yaman keessaa
  • Waa'ee Obbo Taayyee Danda'aa
  • Maanchistar Yunaayitid mo'amaa jira
  • Balaliisaa xiyyaaraa
  • Waa'ee bilbila Iphone
  • Waa'ee Hubannoo Namtolchee (AI)
  • Waa'ee balaa konkolaataa mudate
  • Waa'ee ogeeyyii fayyaa Oromoo ala jiranii
  • Faayidaa shubbisuun qabu
  • Waa'ee galchii Halaand
  • Waa'ee badhaasa Ballon d'Or
  • Wallagga Lixaa warshaa warqii Tulluu Kaappiitti haleellaan lubbuu galaafate
  • Waa'ee konkolaattota boba'aa fe'anii Wallagga Lixaatti gubatan waan qoranne

Baay'ee kan jaalatame

  1. 4
    'Asmaraafi Asab qabachuu kan nu dhorke Mallasiifi Ameerikaadha'
  2. 7
    Omaan akka Dubaayiifi Saa'udii maaliif gamoo dhedheeraa ijaaruu didde?
  3. 9
    Namoonni sijaaraa hin xuuxne maaliif kaansarii sombaatiin qabamu?