Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el loltootashee Kibba Gaazaatti bobbaasaa jirti

Israa'el hamaasiin Kaaba Gaazaatti erga lolaa turtee ammas gara Kibbaatti waraanuuf loltoota lafoo galchitee jirti. Ajajaan Humna Ittisaa israa'el akkuma Kaaba Gaazaatti jabaannee lolle Kibbattis cimsinee lolla jedhan.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Dhimma filannoorratti atakaaroo keessa kan jirtu Somaaliyaatti, masaraa mootummaa dhiyootti dhukaasni dhaga'ame

  2. Gamtaan Afrikaa fi IGAD waa'ee filannoo Itoophiyaa maal jedhan?

  3. WBO uggura geejjibaa filannoo gufachiisuuf labsuu hime kaase jedhe

  4. Patiriyaarkiin Bataskaana Ortodoksii Itoophiyaa fi WBOn ajjeechaa Arsiirratti yaada kennan

  5. US buufatashee viizaa Afrikaa heddu cufte, kan Finfinnee garuu itti fufa

  6. Filannoo marsaa 7ffaa Itoophiyaa kaleessa gaggeefame akkamiin xumurame?

  7. Kantiibaan Finfinnee ummanni madda aangoosaa kan ta'e sagaleesaa qisaasessuu hin qabu jedhan

  8. Qophiin ummanni keenya sirna ofii ijaarrachuuf qabu adda -MM Abiy

  9. Waancaa Addunyaa 2026: Ramaddii, sagantaa taphaafi qabxii kallattiin

  10. Tiraamp maaliif Turkiin 'Waliigaltee Abrhaam'tti akka makamtuuf dhiibbaa gochaa jiraa?

  11. IJOO

  12. Waa'ee Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa qabxiilee ijoo shan

  13. Itoophiyaan filannoo gaggeessaa jirti, garuu kan filatu hunda miti

  14. Dhakaawwan dhaabbatoo Geedi'oo iccitiin duubee isaanii qoratamee hin dhumne

  15. Wayita hidhattoonni ''filannoo sobaa'' jechuun gufachiisuuf dhaadatanitti poolisiin qophiin hundi xumuramuu ibse

  16. Aministiin mootummaan Itoophiyaa filannoo dura "miidiyaa ukkamsuurratti duula bane" jedhe akka dhaabu gaafate

  17. Dirooniiwwan xixiqqoo Hezbollaa waraana Israa'el qoraa jiran

  18. IJOO