Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el loltootashee Kibba Gaazaatti bobbaasaa jirti

Israa'el hamaasiin Kaaba Gaazaatti erga lolaa turtee ammas gara Kibbaatti waraanuuf loltoota lafoo galchitee jirti. Ajajaan Humna Ittisaa israa'el akkuma Kaaba Gaazaatti jabaannee lolle Kibbattis cimsinee lolla jedhan.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Mariin Biyyaalessaa kan gaggeeffamaa jiruuf yeroo aangoo gaggeessaa biyyaa 'daangessuufi'- MM Abiy

  2. Sa'udi Arabiyaan maaliif iccitiin Iraan haleelte?

  3. Haleellaa hidhattootaan Matakkal keessatti raawwateen namoonni 30 ajjeefaman

  4. Namichi sobaan 'dabballee ABO Shaneeti' jedhee hiriyaasaa hiisise hidhaa cimaan adabame

  5. Bidiruuwwan xixiqqaa Ulaa Hormuuz irratti humna galaanaa Ameerikaa qoraa jiran

  6. MM Israa'el dhoksaan UAE daawwachuurratti Iraan fi UAEn deebii kennan

  7. Atileetonni utuu shaakalarra jiranuu wanti du'aaf isaan saaxilu maali?

  8. Ameerikaan qoqqobbii waraanaa Itoophiyaarra keessee turte kaafte

  9. Ameerikaan qoqqobbii Ertiraarraa kaasuun gaaffii inni kaasu

  10. Ob. Zagayyee Asfaaw: Hayyuu Qonnaan bulaa ciisanyummaa baasee abbaa lafaa taasise

  11. Hogganaan Pireesii Bulchiinsa Yeroo Tigiraay hidhamuu BBC'n mirkaneesse

  12. Itoophiyaafi Ameerikaan dhimmoota ijoo sadiirratti waliigaltee mallatteessan

  13. Tiraamp dhukaasa dhaabuun US fi Iraan 'haala yaaddessaa' keessa jira jedhu

  14. Abbaan ijoollee jaha haati warraa qaama saalaa irraa muran maal jedhu?

  15. Biyyoota Afrikaa Sahaaraa gadii 10 bay'inaan meeshaa waraanaa alaa galchan

  16. Murteen qabxii 10 qabu Mojtaabaa Kameenii ulaa Hormuz irratti dabarsan maali?

  17. Neetaaniyaahuun Israa'el deeggarsa waraanaa US jalaa ba'uu akka qabdu ibse

  18. Waraanni Iraan waa'ee biyyattii waan haaraa maal addunyaa barsiise?

  19. Godina Shawaa Lixaatti konkolaataan akkamiin namoota 18 galaafate?

  20. Namichi Aadde Adaanach Kumsaa 'ajjeesuun bineensa nyaachise' to'atamuu poolisiin beeksise