Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el loltootashee Kibba Gaazaatti bobbaasaa jirti

Israa'el hamaasiin Kaaba Gaazaatti erga lolaa turtee ammas gara Kibbaatti waraanuuf loltoota lafoo galchitee jirti. Ajajaan Humna Ittisaa israa'el akkuma Kaaba Gaazaatti jabaannee lolle Kibbattis cimsinee lolla jedhan.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Haati warraa Artist Haacaaluu Hundeessaa waa'ee badhaasa 'Hachalu Award' baranaa maal jette?

  2. 'Duraanis araara labsaan ture, hamman lubbuun jiruttis araarattin amana'- Yaayyaa Bashir

  3. Baajanni manni maree ministeerotaa barana dhiyeesse waa'ee diinagdee Itoophiyaa maal akeeka?

  4. Bajanni mootummaa federaalaa Itoophiyaa bara 2019 birrii tiril. 2.3 akka ta'u dhiyaate

  5. Ijoo

  6. Israa'el fi Iraan wal-haleelunsaanii Iraan wal-tajjii mariirratti cimtee akka baatu taasisaa?

  7. Haleellaan tibbana Iraan taasifte tarsiimoo waraanaa haaraa ishee mul'isinnaa?

  8. Pireezidantiin Afrikaa Kibbaa tarkaanfii godaantota seeraan alaa irratti fudhatamu himan

  9. Pirezidantiin Ertiraa ji'oota keessatti yeroo lammataaf gara Kaayiroo imale

  10. IJOO

  11. Dargaggoo damee muuziqaa Itoophiyaatti hedduu hin beekamneen beekamuuf dhama'aa jiru

  12. Haleellaan shororkaa finxaaleyyii keessaa fi alaan Itoophiyaatti yaalame fashalaa'eera- Min. Nagaa

  13. Vilaadmiir Puutin gaaffii Zeleniskiin qaamaan wal arginee mari'anna jedheef deebii kenne

  14. Yeroo ammaa meeshaaleen nukilaraa Iraan eessa jiru?

  15. 'Bu'aan filannoo diraamaa dursee hojjetamedha yaadi jedhu dhugaarraa kan fagaatedha'

  16. Ajjeefamuun abbaa seeraa 'Sirna Haqaarratti haleellaa jabaa raawwatamedha'

  17. Vilaadmiir Puutin waliin fuulaa fuulatti wal argee mari'achuun barbaada- Zeleniskii

  18. Waancaa Addunyaa 2026 waan beekuu qabdan

  19. 'Ajjeechaa Arsiitti tibbana mudateef mootummaafi WBOn quba walitti qaban'

  20. Waldhabdeen Tiraampiifi Neetanyaahuu marii Iraan danqaa?