Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Israa'el loltootashee Kibba Gaazaatti bobbaasaa jirti
Israa'el hamaasiin Kaaba Gaazaatti erga lolaa turtee ammas gara Kibbaatti waraanuuf loltoota lafoo galchitee jirti. Ajajaan Humna Ittisaa israa'el akkuma Kaaba Gaazaatti jabaannee lolle Kibbattis cimsinee lolla jedhan.
Haguuggii Tamsaasa Kallattii
Namni birriin mil. 8.4 dogongoraan seeneef abbaaf deebisan maal jedhu?
'Hacuuccaa waggoota shanii' falmitoota mirga namoomaa Itoophiyaarra gahe qorannoon ifa baase
Wanti Pir. Isaayaas ji'a lama keessatti biyyoota sadiitti isaan imalchiise maali?
Tiraamp biyya ''bututtuu'' hooggantoota ''dadhaboo'' jechuun Awurooppaa qeeqe
Waa'ee viidiyoo yeroo 'hidhattoonni Faannoo' harka namaa muran agarsiisuu dhugaan jiru maali?
Masiriin baqattoota Ertiraa hedduu hiite, kaan ariite