Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Dhukaasni guyyoota dabalataa lamaaf akka dhaabatu waliigalame - Kataar

Waliigalteen dhukaasa dhaabuu Israa’eliifi Hamaas gidduu guyyoota afurii booda har’a xumuramu guyyoota dabalataa lamaaf akka dheeratu waliigalamuu jaarsummaa kan gaggeessaa jirtu Kataar reefu ifa goote.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Tigist Maaraatoonii Landanitti riikardii cabsuuf akka yaadde BBC'tti dubbatte

  2. Haleellaa Matakkalitti raawwateen ''hojjattoonni qeeraa torba ajjeefamuu'' jiraattonni himan

  3. US qoqqobbii Ertiraarra kaastee hariiroo cimsachuu yaaddi, gaaffii ulaa galaanaa Itoophiyaarratti dhiibbaa qabaa?

  4. Asseet Darajjee, Mis World Africa 2025, shaampiyoonaa dargaggootaafi Ambaasaaddara UNFPA ta'uun filatamte

  5. Koloneel Dammaqan gabaasa HRW 'kijibaafi loogii qaba' jedhan

  6. Loltuun US to'atamuu Maduroo irratti doolaara 400,000 qabsiise himatame

  7. Ijoo

  8. Walqaayitiifi Humaraatti dhalattoonni Tigraay 'hayyama qondaalotaa malee akka hin sochoone' godhamaa jiru -HRW

  9. Iraan waliigalteen dhukaasa dhaabuu waan cabeef Ulaan Hormuuz hin banamu jette

  10. Iraan haleellaa raawwachuu booda dooniiwwan lama to'achuu ibsite

  11. Itoophiyaatti dubartii waggoota hedduuf dhukkubsataa turte keessaa cirrachi hadhooftuu 500 ol bahe

  12. Haati warraa barnootaafi galiin yoo caalan abbootiin warraa hundi gammaduu?

  13. Himatawwan haaraa sadeen Obbo Taayyeerratti banamanii turan adda citan

  14. Loltuun Israa'el Libaanositti siidaa Yesuus Kiristoos burruusaan mancaase adabame

  15. Seenaa dubartoota gurraachaa qoricha adoochaa malee waldhaansi baqaqsanii hodhuu irratti gaggeeffame

  16. Iraan-Hormuuz- Humna galaanaa fayyadamuun ulaa cufuun hangam milkaa'a?

  17. TPLF bulchiinsa yeroo diiguuf murteessuu hordofee jiraattonni naannoo Tigraay maal jedhan?

  18. Waliigalteen dhukaasa dhaabuu Iraan fi US xumuramuuf jedha, maaltu itti aana?