Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Dhukaasni guyyoota dabalataa lamaaf akka dhaabatu waliigalame - Kataar

Waliigalteen dhukaasa dhaabuu Israa’eliifi Hamaas gidduu guyyoota afurii booda har’a xumuramu guyyoota dabalataa lamaaf akka dheeratu waliigalamuu jaarsummaa kan gaggeessaa jirtu Kataar reefu ifa goote.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Godina Shawaa Lixaatti konkolaataan akkamiin namoota 18 galaafate?

  2. Namichi Aadde Adaanach Kumsaa 'ajjeesuun bineensa nyaachise' to'atamuu poolisiin beeksise

  3. Wal himannaa Itoophiyaafi Sudaan booda Ameerikaan waamicha taasiste

  4. 'Nama wayii dhoofne' - Xiyyaarri daandiirra akkamiin nama ajjeese?

  5. Waraana US fi Israa'el Iraan irratti banan: Lola tokkicha gareen lachuu injifanne jedhan

  6. Qoqqobbiiwwan Ameerikaan Ertiraarra keessee turte kan akkamiiti? Addatti eenyufaa ilaallata?

  7. Askum 'Magaalaa Qulqullittii' jedhee moggaasuun seerota kana ibsan baasuu Sinoodoosiin Tigraay ibse

  8. Wantoota samiirra bololi'anii fi ifa samii: Ragaaleen Peentaagon gadhiise waa'ee UFO maal nutti hime?

  9. 'Tehraan uggura ji'a afurii damdamachuu dandeessi' -CIA

  10. Dhaabbilee boba'aa hanga baankotaa- kaampaanota waraana Iraan irraa biliyoonota buufatan

  11. 'Pirezidantii lama Tigraayitti' - TPLF si'achi maal godha? Mootummaan maa callise?

  12. Poolisiin Itoophiyaa invastara beekamtuu yakka jabaan shakkee barbaaduu eegale

  13. Aangoon Bulchiinsa Yeroo Tigraay ''humnaan fudhatamaa'' jira - L/T Taaddasaa

  14. Gujiitti ogeessi fayyaa namni inni wallaanu du'uutti gaabbuun of ajjeesee?

  15. Dirribee Gadaa: Diddaa barattoota Garba Gurraachaa, hidhaa Maa'ikalaawii hanga Ameerikaa

  16. Loltuun Israa'el siidaa Durboo Maaramiitti tamboo afaan kaa'e dheekkamsa kaase

  17. TPLF himata mootummaa federaalaa 'naannicha gooluuf waraana Sudaan waliin tumsaa jira' jedhuuf deebii kenne

  18. US fi Iraan waraana kana xumuruuf dhihaataniiruu?

  19. Oduu Ijoo

  20. Biyyi ​​Islaamaa nukilera hidhattee, akka riqichaatti addunyaa tajaajilaa jirtu eenyu?