Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Dhukaasni guyyoota dabalataa lamaaf akka dhaabatu waliigalame - Kataar

Waliigalteen dhukaasa dhaabuu Israa’eliifi Hamaas gidduu guyyoota afurii booda har’a xumuramu guyyoota dabalataa lamaaf akka dheeratu waliigalamuu jaarsummaa kan gaggeessaa jirtu Kataar reefu ifa goote.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Maanguddoon Roobeetti 'booksiifi dhiitichoo' daboo irraa hafan amma maalirra jiru?

  2. Poop Liyoon 'sodaa Tiraamp hin qabu' jedhan

  3. Tiraamp Ulaa Hormuuz cufuuf doorsisuun yaaddoo balaa dabala malee rakkoo jiru hin furu

  4. Atileet Misgaanaa Waaqumaa Itoophiyaarra darbee Afrikaaf seenaa haaraa hojjete

  5. Wiigiifi hiwuumaan heeriin keemikaallii kaansarii harmaan hidhata qabu keessatti argame

  6. Biyyoota addunyaa jaha kuufama boba'aa guddaa qaban kam fa'i?

  7. Pireezidantiin Jibuutii sagalee uummataa %97'n marsaa jahaaf filannoo mo'atan

  8. Ulaawwaan galaanaa akkuma Hormuuz addunyaaf murteessoo ta'an 5 kanneen beektuu?

  9. Iraan akkamiin waraana isheerratti banameef deebii kennuuf Ulaa Hormuuz gargaaramte?

  10. Dhimmoota shan marii US fi Iraan irratti qormaata ta'uu danda'an

  11. Siwiidinitti namichi niitiinsaa namoota 120 waliin salqunnamtii akka raawwattu dirqisiisee seeratti dhiyaate

  12. Atakaroon Ulaa Hormuuz dooniiwwaan 800'tti dhiyaatan danqe maalirra gahe?

  13. Dubartoonni tasumaa dugdaan ciisanii dahuu hin malle, maaliif haala kanaan dahu ree?

  14. Aangoon Taaddasee dheereffamuun "seera-qabeessa" ta'uu Waajirri Ministira Muummee BBCf ibse

  15. Ameerikaan kaayyoo waraana Iraanitti banteef galmaan ga'atteettii?

  16. TPLF MM Abiy muudama L/J Taaddasee dheeressuu morme, maal akeeka?

  17. Tiraamp ejjennoon Iraan Ulaa Hormuuz irratti agarsiisaa jirtu 'waan irratti waliigalle miti' jedhe

  18. Barsiistuun daandiirratti kuduraafi muduraa gurguraa turan eessa gahan?