Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Dhukaasni guyyoota dabalataa lamaaf akka dhaabatu waliigalame - Kataar

Waliigalteen dhukaasa dhaabuu Israa’eliifi Hamaas gidduu guyyoota afurii booda har’a xumuramu guyyoota dabalataa lamaaf akka dheeratu waliigalamuu jaarsummaa kan gaggeessaa jirtu Kataar reefu ifa goote.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. MM Abiy humni annisaa maddisiisuu Itoophiyaa MW10,000 qaqqabuu himan

  2. Seera baastonni US tarkaanfii Tiraamp Iraan haleeluu dhorku kuffiisan

  3. Gaazexeessaa Sudaan waggaa sadiif addunyaarraa fo'amee ture bilbillisaa banamnaan ergaan gaddaa lola'eef

  4. Paartileen dubartoota 20% hin qabne akka beekamtii hin arganne kan goote Biyyaa Ashabbir eenyu?

  5. Itoophiyaan ulaa galaanaa argattu malee naannichi nagaa hin argatu' - MM Abiy

  6. Seenetiin Ameerikaa waraanaa Iraan irratti kokkee wal qabaa jiru

  7. 'Namni kaansarii dhukkubsate biyya isaa keessatti, firoota isaa gidduutti yaalamuu qaba' - Leellisee Dhugaa

  8. 'Dhibdee Baha Gidduugalaan namootni miliyoona 30 ta'an hiyyummaatti seenuu malu'

  9. TPLF aangoo MM Abiy naaf kenne akka hin fudhanne naan jedhe -Jen. Taaddasaa Warradaa

  10. Israa'eliifi Libaanos waggaa 30 booda yeroo jalqabaaf fuulaa fuulatti wal arguun mariyatan

  11. 'Irbuun Shinnigaa' maali? Qabsoo Oromoo keessatti bakka akkamii qaba?

  12. Konkolaataan elektirikii Itoophiyaan ijarra buufatte carraafi rakkoo akkamii qaba?

  13. Waraanni Iraan yoo itti fufe kufaatii diinagdee addunyaa fida- IMF

  14. Qumaarri ugguraa haaraan, US, Iraan irratti eegalte ni hojjataa?

  15. Namni mana hundeessaa Open AI, Saam Altiman haleele yaalii ajjeechaan lamaan himatame

  16. Tiraamp suuraa Iyyeesus isaan fakkeessu dhoobaniifi falmii kaase maali?

  17. Abbaas Araagchii: Namni dippilomaasii Iraan harkaa qaban kun eenyudha?