Sirna muudamaafi hundeeffama mootummaa haaraa Addabaabaayii Masqalaatti
Manni maree bakka bu'oota ummataa har'a Fulbaana 4, 2021 Itoophiyaa haaraan walgahiisaa jalqabaatiin Ministira Mummee waggoota ittaanan shananiif biyya bulchu muuduun bara hojiisaa eegala.
Haguuggii Tamsaasa Kallattii
Boowin: Erga Kataar rukutamtee dippiloomaasiin badeera
Lagni Abbayyaa maaliif jireenya Masriif hangas murteessaa ta'e?
"Duudhaan haa kabajamu jenne malee Irreecha hin dhufiinaa hin jenne"
Masriin hooggansa Hidha Haaromsa Itoophiyaa mormuun UN'tti xalayaa barreessite
Aanga'oonni Afrikaa sirna eebba Hidha Haaromsaarratti maal jedhan?
Tartiiba taateewwan ijoo ijaarsa Hidha Haaromsaa Guddicha Abbayyaa jalqabaa hanga eebbaatti
Hidha haaromsaa waliin maqaansaanii kan ka'u Injinar Simmanyoo Baqqalaa maaliin yaadatamu?
Hojii gaggeessaan Hidha Haaromsaa Guddichaa milkiin xumursiisan Injiiner Kiflee Horroo eenyu?
'Mataa ol qabannaa' Itoophiyaa kan ta'e hidha aannisaa guddicha Afriikaa ijaaruuf aarsaa gaafate
Waa'ee viidiyoo osoo miseensi humna nageenyaa dubartii reebu mul'isuu waan beeknu
Guduunfaa oduuwwan ijoo tamsaasa kallattii
Itoophiyaan Masiriin 2-0 erga mo'amtee booda Koree Naamusa FIFAtti himata galfatte
Seenaa anniisaa elektirikii Itoophiyaa meegaa waatii 6 hanga biyyoota ollaaf rabsuutti
Hayyuu Afaan Oromoo siyaasa Noorwey keessatti ifaa jiru Amaanu'eel Raagaa eenyu?
Ruutoon sagantaa eebba Hidha Haaromsaarratti 'keessummaa kabajaa' ta'un ibsame
Itoophiyaan barattoonni bilbila qabatanii mana barnootaa akka hin seenne dhorkite
Itoophiyaafi Masriin maaliif 'diina' ta'an? Seenaan dudduubee maali?
