Daandii Gaazaarratti waraana ‘yeroof dhaabuun’ mootummaa Israa’el gidduutti qoodama hammeesse

Gaazaatiif qindeessaan gargaarsa namoomaa Israa’el guyyaa keessatti sa’aatii itti lolli dhaabbatuufi toora gargaarsi ittiin dhiyaatu ilaalchisuun ibsa baaseera.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. 'Namoonni butaman akka gadi hin dhiifamneef Netaaniyaahutu danqe'

  2. US haleellaa Israa'el Kataaritti raawwatteetti 'hin gammanne' jette

  3. Boowin: Erga Kataar rukutamtee dippiloomaasiin badeera

  4. Yunaayitid Arab Emireetis dhimma Weest Baank irratti Israa'eliin akeekkachiiste

  5. Dubbii himaan Hamaas Abuu Obeeyidaa Gaazaatti ajjeefame - Israa'el

  6. Israa'el haleellaa irra deddeebiin Hospitaala Gaazaa irratti raawwatteef gaafatamuu qabdi- UN

  7. Israa'eloonni kuma dhibbaan lakkaa'aman hiriira ba'uun waraana Gaazaa keessaa morman

  8. Haleellaa Israa'el Gaazaa keessatti raawwatteen gaazexeessitoonni shan ajjeefaman

  9. US meeshaa waraanaa USD bil 4.67 Masriif mirkaneessiteetti- US maaliif humna waraanaa Masrii deeggarti?

  10. 'Warra Diruuz Sooriyaa keessa jiraniin loluutti ni deebina'- loltoota Beeduhinoota

  11. Sooriyaa fi Israa'el dhukaasa dhaabuuf waliigalan -Dippilomaatii US

  12. Pirezidaantiin Iraan haleellaa Israa'eliin madaa'aniiru jedhame

  13. Humnaan Iraan oomisha nikuleraa irraa dhorkuun hin danda'amu - Qondaala duraanii Mosaad

  14. Gaaffiin Hamaas 'kan fudhatama hin qabne' ta'us, mariif taa'uuf qophiidha- Israa'el

  15. Netaaniyaahuun Iraan irratti injifannoo galmeessuu himu, garuu Israa'eloota biratti amantaa argatuu laata?

  16. Gaazaatti namootni nagaa nyaata barbaada ba'an ajjeefamaniiru jedhame

  17. Ameerikaan ammallee Iraan haleeluu dandeessi-Tiraamp

  18. Wiirtuuleen niwkilaraa Iraan 'akkaan miidhamaniiru' - CIA

  19. Buufataalee nikulaara Iraan haleeluun balaan qabaatu maal fa'i?

  20. 'Tehraan bareedduu Gaazaa akka taatu hin godhiinaa': Lammiilee Iraan yaadda'an